Al-Haqqah · 32/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
ثُمَّ فِي سِلْسِلَةٍ ذَرْعُهَا سَبْعُونَ ذِرَاعًا فَاسْلُكُوهُ ۝٣٢
Summa fee silsilatin zar`uhaa sab`oona ziraa`an faslukooh
📖 Afaan Oromoon
Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama tae keessa isa seensisaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 30-34 — Suuratu Al-Haqqah

30خُذُوهُ فَغُلُّوهُ
Isa qabaatii isa hidhaa (sakaalaa)
31ثُمَّ الْجَحِيمَ صَلُّوهُ
Ergasii ibidda isa seensisaa
32ثُمَّ فِي سِلْسِلَةٍ ذَرْعُهَا سَبْعُونَ ذِرَاعًا فَاسْلُكُوهُ
Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama tae keessa isa seensisaa
33إِنَّهُ كَانَ لَا يُؤْمِنُ بِاللَّهِ الْعَظِيمِ
Inni Rabbii Guddaatti hin amanu ture
34وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeeyyii nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu ture
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 32

Suuratu Al-Haqqah Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama tae keessa isa seensisaa

Suuratu Aayah 32/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers