Al-Haqqah · 33/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
إِنَّهُ كَانَ لَا يُؤْمِنُ بِاللَّهِ الْعَظِيمِ ۝٣٣
Innahoo kaana laa yu`minubillaahil `Azeem
📖 Afaan Oromoon
Inni Rabbii Guddaatti hin amanu ture

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Al-Haqqah

31ثُمَّ الْجَحِيمَ صَلُّوهُ
Ergasii ibidda isa seensisaa
32ثُمَّ فِي سِلْسِلَةٍ ذَرْعُهَا سَبْعُونَ ذِرَاعًا فَاسْلُكُوهُ
Ergasii sansalata dheerinni isaa dhundhuma torbaatama tae keessa isa seensisaa
33إِنَّهُ كَانَ لَا يُؤْمِنُ بِاللَّهِ الْعَظِيمِ
Inni Rabbii Guddaatti hin amanu ture
34وَلَا يَحُضُّ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeeyyii nyaachisuu irrattis (namoota) hin kakaasu ture
35فَلَيْسَ لَهُ الْيَوْمَ هَاهُنَا حَمِيمٌ
Har’a asitti firri isaaf hin jiru
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 33

Suuratu Al-Haqqah Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Inni Rabbii Guddaatti hin amanu ture

Suuratu Aayah 33/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers