Al-A'raf · 4/206
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'raf
وَكَم مِّن قَرْيَةٍ أَهْلَكْنَاهَا فَجَاءَهَا بَأْسُنَا بَيَاتًا أَوْ هُمْ قَائِلُونَ ۝٤
Wa kam min qaryatin ahlaknaahaa fajaaa`ahaa baasunaa bayaatan aw hum qaaa`iloon
📖 Afaan Oromoon
Magaalota irraa kan Nuti balleessinee adabbiin keenya halkan yookiin guyyaa isaanii rafuutti jiruu isheetti dhufe hedduudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-A'raf

2كِتَابٌ أُنزِلَ إِلَيْكَ فَلَا يَكُن فِي صَدْرِكَ حَرَجٌ مِّنْهُ لِتُنذِرَ بِهِ وَذِكْرَىٰ لِلْمُؤْمِنِينَ
(Kun) kitaaba gara keetti buufameIsa (geessuu) irraa qoma kee keessa dhiphinni hin jiraatinAkka isaan akeekkachiiftuufi mu’uminootaaf gorsa ta’uuf (buufne)
3اتَّبِعُوا مَا أُنزِلَ إِلَيْكُم مِّن رَّبِّكُمْ وَلَا تَتَّبِعُوا مِن دُونِهِ أَوْلِيَاءَ ۗ قَلِيلًا مَّا تَذَكَّرُونَ
Waan Gooftaa keessan irraa gara keessanitti buufame hordofaaJaalallee (biraa) isaa gaditti hin hordofinaaXiqqoo qofa gorfamtu
4وَكَم مِّن قَرْيَةٍ أَهْلَكْنَاهَا فَجَاءَهَا بَأْسُنَا بَيَاتًا أَوْ هُمْ قَائِلُونَ
Magaalota irraa kan Nuti balleessinee adabbiin keenya halkan yookiin guyyaa isaanii rafuutti jiruu isheetti dhufe hedduudha
5فَمَا كَانَ دَعْوَاهُمْ إِذْ جَاءَهُم بَأْسُنَا إِلَّا أَن قَالُوا إِنَّا كُنَّا ظَالِمِينَ
Yeroo adabbiin keenya isaanitti dhufu jechi isaanii "nuti miidhaa raawwattoota turre" jechuu malee waan biraa hin taane
6فَلَنَسْأَلَنَّ الَّذِينَ أُرْسِلَ إِلَيْهِمْ وَلَنَسْأَلَنَّ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, isaan (ergamaan) gara isaaniitti ergame ni gaafanna; ergamootas ni gaafanna
Al-A'rafTarreeffama Qur'ana
206Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-A'raf 4

Suuratu Al-A'raf Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Magaalota irraa kan Nuti balleessinee adabbiin keenya halkan yookiin guyyaa…

Suuratu Aayah 4/206 — Suuratu Al-A'raf الأعراف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'raf Caqasi, Suuratu Al-A'raf Hiikkaa, Suuratu Al-A'raf mp3, Suuratu Al-A'raf pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers