Al-Ma'arij · 34/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ ۝٣٤
Wallazeena hum `alaa salaatihim yuhaafizoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan
🎧 Caqasi

📜 Aayah 32-36 — Al-Ma'arij

32وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan
33وَالَّذِينَ هُم بِشَهَادَاتِهِمْ قَائِمُونَ
Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan
34وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan
35أُولَٰئِكَ فِي جَنَّاتٍ مُّكْرَمُونَ
Warri sun jannata keessatti kabajamoodha
36فَمَالِ الَّذِينَ كَفَرُوا قِبَلَكَ مُهْطِعِينَ
Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 34

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan

Suuratu Aayah 34/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers