Suuratu Al-Ma'arij Arabiffaa fi Oromoo
Suuratu Al-Ma'arij hiikkaa guutuu Afaan Oromoo fi sagalee qara'uu wajjin dubbisi. (44 Aayah — مكية). Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf.Suuratu Al-Ma'arij Dubbisi fi Caqasi
🎧 Aayah
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
—
x1
سَأَلَ سَائِلٌ بِعَذَابٍ وَاقِعٍ ١
📖 Hiikkaa
Aayah 1
Adaba (kaafiroota irratti) argamaa tae kadhataan wahii kadhate
لِّلْكَافِرِينَ لَيْسَ لَهُ دَافِعٌ ٢
📖 Hiikkaa
Aayah 2
Kan kaafirootatti (argamu kadhate); wanti isa (adabicha) deebisu hin jiru
تَعْرُجُ الْمَلَائِكَةُ وَالرُّوحُ إِلَيْهِ فِي يَوْمٍ كَانَ مِقْدَارُهُ خَمْسِينَ أَلْفَ سَنَةٍ ٤
📖 Hiikkaa
Aayah 4
Malaykonniifi Jibiriil guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama tae keessatti gara Isaa ol koru
وَتَكُونُ الْجِبَالُ كَالْعِهْنِ ٩
📖 Hiikkaa
Aayah 9
(Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu
يُبَصَّرُونَهُمْ ۚ يَوَدُّ الْمُجْرِمُ لَوْ يَفْتَدِي مِنْ عَذَابِ يَوْمِئِذٍ بِبَنِيهِ ١١
📖 Hiikkaa
Aayah 11
Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa baee jaalata
وَصَاحِبَتِهِ وَأَخِيهِ ١٢
📖 Hiikkaa
Aayah 12
Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata)
وَمَن فِي الْأَرْضِ جَمِيعًا ثُمَّ يُنجِيهِ ١٤
📖 Hiikkaa
Aayah 14
Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata)
تَدْعُو مَنْ أَدْبَرَ وَتَوَلَّىٰ ١٧
📖 Hiikkaa
Aayah 17
Nama (amantii irraa) duubatti deebiee, gara gale ni waamti
وَجَمَعَ فَأَوْعَىٰ ١٨
📖 Hiikkaa
Aayah 18
(Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti)
۞ إِنَّ الْإِنسَانَ خُلِقَ هَلُوعًا ١٩
📖 Hiikkaa
Aayah 19
Dhugumatti, namni obsa dhabeessa taee uumame
إِذَا مَسَّهُ الشَّرُّ جَزُوعًا ٢٠
📖 Hiikkaa
Aayah 20
Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba)
وَإِذَا مَسَّهُ الْخَيْرُ مَنُوعًا ٢١
📖 Hiikkaa
Aayah 21
Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha
الَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ دَائِمُونَ ٢٣
📖 Hiikkaa
Aayah 23
Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee)
وَالَّذِينَ فِي أَمْوَالِهِمْ حَقٌّ مَّعْلُومٌ ٢٤
📖 Hiikkaa
Aayah 24
Isaan qabeenya isaanii keessa mirgi beekamaan jiru
وَالَّذِينَ هُم مِّنْ عَذَابِ رَبِّهِم مُّشْفِقُونَ ٢٧
📖 Hiikkaa
Aayah 27
Isaan adabbii Gooftaa isaanii sodaatan(malee kan biroo obsa dhabaa dha)
إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمْ غَيْرُ مَأْمُونٍ ٢٨
📖 Hiikkaa
Aayah 28
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti
إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ ٣٠
📖 Hiikkaa
Aayah 30
Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti
فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ ٣١
📖 Hiikkaa
Aayah 31
Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha
وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ ٣٢
📖 Hiikkaa
Aayah 32
Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan
وَالَّذِينَ هُم بِشَهَادَاتِهِمْ قَائِمُونَ ٣٣
📖 Hiikkaa
Aayah 33
Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan
وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ ٣٤
📖 Hiikkaa
Aayah 34
Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan
أُولَٰئِكَ فِي جَنَّاتٍ مُّكْرَمُونَ ٣٥
📖 Hiikkaa
Aayah 35
Warri sun jannata keessatti kabajamoodha
فَمَالِ الَّذِينَ كَفَرُوا قِبَلَكَ مُهْطِعِينَ ٣٦
📖 Hiikkaa
Aayah 36
Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu
عَنِ الْيَمِينِ وَعَنِ الشِّمَالِ عِزِينَ ٣٧
📖 Hiikkaa
Aayah 37
Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii
أَيَطْمَعُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُدْخَلَ جَنَّةَ نَعِيمٍ ٣٨
📖 Hiikkaa
Aayah 38
Sila namni isaan irraa tae hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa
كَلَّا ۖ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّمَّا يَعْلَمُونَ ٣٩
📖 Hiikkaa
Aayah 39
Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne
فَلَا أُقْسِمُ بِرَبِّ الْمَشَارِقِ وَالْمَغَارِبِ إِنَّا لَقَادِرُونَ ٤٠
📖 Hiikkaa
Aayah 40
Gooftaa Bahaafi Dhiha hedduutiinin kakadhaa! Nuti dhugumatti danda’oodha
عَلَىٰ أَن نُّبَدِّلَ خَيْرًا مِّنْهُمْ وَمَا نَحْنُ بِمَسْبُوقِينَ ٤١
📖 Hiikkaa
Aayah 41
Namoota isaan irra caalan bakka buusuu irratti (dandaoo dha)Nuti dadhabsiifamoo hin taane
فَذَرْهُمْ يَخُوضُوا وَيَلْعَبُوا حَتَّىٰ يُلَاقُوا يَوْمَهُمُ الَّذِي يُوعَدُونَ ٤٢
📖 Hiikkaa
Aayah 42
Hanga Guyyaa isaaniif beellamame san qunnamanitti, (cubbuu keessa) seenanii haa taphatanii isaan dhiisi
يَوْمَ يَخْرُجُونَ مِنَ الْأَجْدَاثِ سِرَاعًا كَأَنَّهُمْ إِلَىٰ نُصُبٍ يُوفِضُونَ ٤٣
📖 Hiikkaa
Aayah 43
Guyyaa qabrii irraa arifataa baan isaan waan gara taabotaa dhangalaan fakkaatu
خَاشِعَةً أَبْصَارُهُمْ تَرْهَقُهُمْ ذِلَّةٌ ۚ ذَٰلِكَ الْيَوْمُ الَّذِي كَانُوا يُوعَدُونَ ٤٤
📖 Hiikkaa
Aayah 44
Ijji isaanii xiqqaattee salphinni isaan haguugdiSun guyyaa isaan isa sodaachifamaa turaniidha
Dubbisi Suuratu Al-Ma'arij Afaan Oromoo – Hiikkaa fi Sagalee
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers

