Al-Ma'arij · 33/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَالَّذِينَ هُم بِشَهَادَاتِهِمْ قَائِمُونَ ۝٣٣
Wallazeena hum bishahaadaatihim qaaa`imoon
📖 Afaan Oromoon
Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Al-Ma'arij

31فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha
32وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan
33وَالَّذِينَ هُم بِشَهَادَاتِهِمْ قَائِمُونَ
Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan
34وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan
35أُولَٰئِكَ فِي جَنَّاتٍ مُّكْرَمُونَ
Warri sun jannata keessatti kabajamoodha
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 33

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan

Suuratu Aayah 33/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers