Al-Ma'arij · 35/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
أُولَٰئِكَ فِي جَنَّاتٍ مُّكْرَمُونَ ۝٣٥
Ulaaa`ika fee jannaatim mukramoon
📖 Afaan Oromoon
Warri sun jannata keessatti kabajamoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 33-37 — Suuratu Al-Ma'arij

33وَالَّذِينَ هُم بِشَهَادَاتِهِمْ قَائِمُونَ
Isaan ragaa isaaniitiin dhaabbatan
34وَالَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ يُحَافِظُونَ
Isaan salaata isaanii irratti tiikfatan
35أُولَٰئِكَ فِي جَنَّاتٍ مُّكْرَمُونَ
Warri sun jannata keessatti kabajamoodha
36فَمَالِ الَّذِينَ كَفَرُوا قِبَلَكَ مُهْطِعِينَ
Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu
37عَنِ الْيَمِينِ وَعَنِ الشِّمَالِ عِزِينَ
Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
35Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 35

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 35 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri sun jannata keessatti kabajamoodha

Suuratu Aayah 35/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 33–37. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers