Nuh · 11/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
يُرْسِلِ السَّمَاءَ عَلَيْكُم مِّدْرَارًا ۝١١
Yursilis samaaa`a `alaikum midraaraa
📖 Afaan Oromoon
Rooba baayee deddeebiaa isin irratti erga

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Nuh

9ثُمَّ إِنِّي أَعْلَنتُ لَهُمْ وَأَسْرَرْتُ لَهُمْ إِسْرَارًا
Achi boodas ani ifan isaaniif godhe; hasaasuus isaanittin hasaase
10فَقُلْتُ اسْتَغْفِرُوا رَبَّكُمْ إِنَّهُ كَانَ غَفَّارًا
‘Gooftaa keessan araarama kadhaa; dhugumatti Inni Akkaan Araaramaadhan’ jedhe
11يُرْسِلِ السَّمَاءَ عَلَيْكُم مِّدْرَارًا
Rooba baayee deddeebiaa isin irratti erga
12وَيُمْدِدْكُم بِأَمْوَالٍ وَبَنِينَ وَيَجْعَل لَّكُمْ جَنَّاتٍ وَيَجْعَل لَّكُمْ أَنْهَارًا
Qabeenyaafi ilmaanis isiniif dabalaAshaakiltii isiniif godheeti laggeenis isiniif taasisa
13مَّا لَكُمْ لَا تَرْجُونَ لِلَّهِ وَقَارًا
Maaltu isiniif jiraayi guddina Rabbii hin sodaanne
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Nuh 11

Suuratu Nuh Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rooba baayee deddeebiaa isin irratti erga

Suuratu Aayah 11/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers