Nuh · 12/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
وَيُمْدِدْكُم بِأَمْوَالٍ وَبَنِينَ وَيَجْعَل لَّكُمْ جَنَّاتٍ وَيَجْعَل لَّكُمْ أَنْهَارًا ۝١٢
Wa yumdidkum bi am waalinw wa baneena wa yaj`al lakum Jannaatinw wa yaj`al lakum anhaaraa
📖 Afaan Oromoon
Qabeenyaafi ilmaanis isiniif dabalaAshaakiltii isiniif godheeti laggeenis isiniif taasisa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Nuh

10فَقُلْتُ اسْتَغْفِرُوا رَبَّكُمْ إِنَّهُ كَانَ غَفَّارًا
‘Gooftaa keessan araarama kadhaa; dhugumatti Inni Akkaan Araaramaadhan’ jedhe
11يُرْسِلِ السَّمَاءَ عَلَيْكُم مِّدْرَارًا
Rooba baayee deddeebiaa isin irratti erga
12وَيُمْدِدْكُم بِأَمْوَالٍ وَبَنِينَ وَيَجْعَل لَّكُمْ جَنَّاتٍ وَيَجْعَل لَّكُمْ أَنْهَارًا
Qabeenyaafi ilmaanis isiniif dabalaAshaakiltii isiniif godheeti laggeenis isiniif taasisa
13مَّا لَكُمْ لَا تَرْجُونَ لِلَّهِ وَقَارًا
Maaltu isiniif jiraayi guddina Rabbii hin sodaanne
14وَقَدْ خَلَقَكُمْ أَطْوَارًا
Dhugumatti, sadarkaa sadarkaadhaan isin uumeera
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Nuh 12

Suuratu Nuh Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qabeenyaafi ilmaanis isiniif dabalaAshaakiltii isiniif godheeti laggeenis isiniif taasisa

Suuratu Aayah 12/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers