Nuh · 10/28
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Nuh
فَقُلْتُ اسْتَغْفِرُوا رَبَّكُمْ إِنَّهُ كَانَ غَفَّارًا ۝١٠
Faqultus taghfiroo Rabakam innahoo kaana Ghaffaaraa
📖 Afaan Oromoon
‘Gooftaa keessan araarama kadhaa; dhugumatti Inni Akkaan Araaramaadhan’ jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Nuh

8ثُمَّ إِنِّي دَعَوْتُهُمْ جِهَارًا
Ergasii lallabeen isaan waame
9ثُمَّ إِنِّي أَعْلَنتُ لَهُمْ وَأَسْرَرْتُ لَهُمْ إِسْرَارًا
Achi boodas ani ifan isaaniif godhe; hasaasuus isaanittin hasaase
10فَقُلْتُ اسْتَغْفِرُوا رَبَّكُمْ إِنَّهُ كَانَ غَفَّارًا
‘Gooftaa keessan araarama kadhaa; dhugumatti Inni Akkaan Araaramaadhan’ jedhe
11يُرْسِلِ السَّمَاءَ عَلَيْكُم مِّدْرَارًا
Rooba baayee deddeebiaa isin irratti erga
12وَيُمْدِدْكُم بِأَمْوَالٍ وَبَنِينَ وَيَجْعَل لَّكُمْ جَنَّاتٍ وَيَجْعَل لَّكُمْ أَنْهَارًا
Qabeenyaafi ilmaanis isiniif dabalaAshaakiltii isiniif godheeti laggeenis isiniif taasisa
NuhTarreeffama Qur'ana
28Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Nuh 10

Suuratu Nuh Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : ‘Gooftaa keessan araarama kadhaa; dhugumatti Inni Akkaan Araaramaadhan’ jedhe

Suuratu Aayah 10/28 — Suuratu Nuh نوح (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Nuh Caqasi, Suuratu Nuh Hiikkaa, Suuratu Nuh mp3, Suuratu Nuh pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers