Al-Insan · 1/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Insan
هَلْ أَتَىٰ عَلَى الْإِنسَانِ حِينٌ مِّنَ الدَّهْرِ لَمْ يَكُن شَيْئًا مَّذْكُورًا ۝١
Hal ataa `alal insaani heenum minad dahri lam yakun shai`am mazkooraa
📖 Afaan Oromoon
Sila barri hangi tae nama irra kan inni waan yaadatamu hin tain hin dhufnee
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-3 — Al-Insan

1هَلْ أَتَىٰ عَلَى الْإِنسَانِ حِينٌ مِّنَ الدَّهْرِ لَمْ يَكُن شَيْئًا مَّذْكُورًا
Sila barri hangi tae nama irra kan inni waan yaadatamu hin tain hin dhufnee
2إِنَّا خَلَقْنَا الْإِنسَانَ مِن نُّطْفَةٍ أَمْشَاجٍ نَّبْتَلِيهِ فَجَعَلْنَاهُ سَمِيعًا بَصِيرًا
Dhugumatti Nuti nama, isa qormaatuuf jecha bishaan saalaa walitti makamaa tae irraa uumnee; Dhagaaafi argaas isa goone
3إِنَّا هَدَيْنَاهُ السَّبِيلَ إِمَّا شَاكِرًا وَإِمَّا كَفُورًا
Nuti haala (inni) galateeffataa yookiin mormaa taeen karaa isa qajeelchine
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 1

Suuratu Al-Insan Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila barri hangi tae nama irra kan inni waan yaadatamu…

Suuratu Aayah 1/31 — Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Insan Caqasi, Al-Insan Hiikkaa, Al-Insan mp3, Al-Insan pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers