Al-Insan · 2/31
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Insan
إِنَّا خَلَقْنَا الْإِنسَانَ مِن نُّطْفَةٍ أَمْشَاجٍ نَّبْتَلِيهِ فَجَعَلْنَاهُ سَمِيعًا بَصِيرًا ۝٢
Innaa khalaqnal insaana min nutfatin amshaajin nabta leehi faja`alnaahu samee`am baseeraa
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Nuti nama, isa qormaatuuf jecha bishaan saalaa walitti makamaa tae irraa uumnee; Dhagaaafi argaas isa goone

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Al-Insan

1هَلْ أَتَىٰ عَلَى الْإِنسَانِ حِينٌ مِّنَ الدَّهْرِ لَمْ يَكُن شَيْئًا مَّذْكُورًا
Sila barri hangi tae nama irra kan inni waan yaadatamu hin tain hin dhufnee
2إِنَّا خَلَقْنَا الْإِنسَانَ مِن نُّطْفَةٍ أَمْشَاجٍ نَّبْتَلِيهِ فَجَعَلْنَاهُ سَمِيعًا بَصِيرًا
Dhugumatti Nuti nama, isa qormaatuuf jecha bishaan saalaa walitti makamaa tae irraa uumnee; Dhagaaafi argaas isa goone
3إِنَّا هَدَيْنَاهُ السَّبِيلَ إِمَّا شَاكِرًا وَإِمَّا كَفُورًا
Nuti haala (inni) galateeffataa yookiin mormaa taeen karaa isa qajeelchine
4إِنَّا أَعْتَدْنَا لِلْكَافِرِينَ سَلَاسِلَ وَأَغْلَالًا وَسَعِيرًا
Nuti kaafirootaaf sansalata, sakaallaawwaniifi ibidda bobaaa qopheessinee jirra
Al-InsanTarreeffama Qur'ana
31Aayah
MedinanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Insan 2

Suuratu Al-Insan Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Nuti nama, isa qormaatuuf jecha bishaan saalaa walitti makamaa…

Suuratu Aayah 2/31 — Suuratu Al-Insan الإنسان (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Insan Caqasi, Suuratu Al-Insan Hiikkaa, Suuratu Al-Insan mp3, Suuratu Al-Insan pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers