Al-Mursalat · 28/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ ۝٢٨
Wailuny yawma `izil lilmukazzibeen
📖 Afaan Oromoon
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae

🎧 Caqasi


📜 Aayah 26-30 — Suuratu Al-Mursalat

26أَحْيَاءً وَأَمْوَاتًا
Jiraafi duaas (walitti qabdi)
27وَجَعَلْنَا فِيهَا رَوَاسِيَ شَامِخَاتٍ وَأَسْقَيْنَاكُم مَّاءً فُرَاتًا
Gaarreen raggaoo dhedheeraa ishee keessatti gooneBishaan miaawaas isin obaafne
28وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
29انطَلِقُوا إِلَىٰ مَا كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin ni jedhama): "gara waan sobsiisaa turtanii deemaa
30انطَلِقُوا إِلَىٰ ظِلٍّ ذِي ثَلَاثِ شُعَبٍ
Gara gaaddisa abbaa damee sadihii deemaa
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
28Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 28

Suuratu Al-Mursalat Aayah 28 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae

Suuratu Aayah 28/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 26–30. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers