Al-Mursalat · 27/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
وَجَعَلْنَا فِيهَا رَوَاسِيَ شَامِخَاتٍ وَأَسْقَيْنَاكُم مَّاءً فُرَاتًا ۝٢٧
Wa ja`alnaa feehaa rawaasiya shaamikhaatinw wa asqainaakum maaa`an furaataa
📖 Afaan Oromoon
Gaarreen raggaoo dhedheeraa ishee keessatti gooneBishaan miaawaas isin obaafne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu Al-Mursalat

25أَلَمْ نَجْعَلِ الْأَرْضَ كِفَاتًا
Sila Nuti dachii kan hunda walitti qabdu hin taasifnee
26أَحْيَاءً وَأَمْوَاتًا
Jiraafi duaas (walitti qabdi)
27وَجَعَلْنَا فِيهَا رَوَاسِيَ شَامِخَاتٍ وَأَسْقَيْنَاكُم مَّاءً فُرَاتًا
Gaarreen raggaoo dhedheeraa ishee keessatti gooneBishaan miaawaas isin obaafne
28وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
29انطَلِقُوا إِلَىٰ مَا كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin ni jedhama): "gara waan sobsiisaa turtanii deemaa
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 27

Suuratu Al-Mursalat Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gaarreen raggaoo dhedheeraa ishee keessatti gooneBishaan miaawaas isin obaafne

Suuratu Aayah 27/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers