Al-Mursalat · 29/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
انطَلِقُوا إِلَىٰ مَا كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ ۝٢٩
Intaliqooo ilaa maa kuntum bihee tukazziboon
📖 Afaan Oromoon
(Isaaniin ni jedhama): "gara waan sobsiisaa turtanii deemaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 27-31 — Suuratu Al-Mursalat

27وَجَعَلْنَا فِيهَا رَوَاسِيَ شَامِخَاتٍ وَأَسْقَيْنَاكُم مَّاءً فُرَاتًا
Gaarreen raggaoo dhedheeraa ishee keessatti gooneBishaan miaawaas isin obaafne
28وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
29انطَلِقُوا إِلَىٰ مَا كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
(Isaaniin ni jedhama): "gara waan sobsiisaa turtanii deemaa
30انطَلِقُوا إِلَىٰ ظِلٍّ ذِي ثَلَاثِ شُعَبٍ
Gara gaaddisa abbaa damee sadihii deemaa
31لَّا ظَلِيلٍ وَلَا يُغْنِي مِنَ اللَّهَبِ
Gaaddiseessaa miti; bobaaa ibiddaa irraas hin duroomsu
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
29Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 29

Suuratu Al-Mursalat Aayah 29 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Isaaniin ni jedhama): "gara waan sobsiisaa turtanii deemaa

Suuratu Aayah 29/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 27–31. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers