An-Nazi'at · 26/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَعِبْرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ ۝٢٦
Inna fee zaalika la`ibratal limaiy-yaksha
📖 Afaan Oromoon
Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 24-28 — Suuratu An-Nazi'at

24فَقَالَ أَنَا رَبُّكُمُ الْأَعْلَىٰ
“Ani gooftaa keessan isa ol aanaadha” jedhe
25فَأَخَذَهُ اللَّهُ نَكَالَ الْآخِرَةِ وَالْأُولَىٰ
Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe
26إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَعِبْرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ
Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira
27أَأَنتُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَمِ السَّمَاءُ ۚ بَنَاهَا
Sila uumaa keessantu irra jabaata moo samii dha? Inni (Rabbiin) ishee ni ijaare
28رَفَعَ سَمْكَهَا فَسَوَّاهَا
Ijaarsa ishee ol fuudhee, ishee wal qixxeesse
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 26

Suuratu An-Nazi'at Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira

Suuratu Aayah 26/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers