An-Nazi'at · 25/46
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nazi'at
فَأَخَذَهُ اللَّهُ نَكَالَ الْآخِرَةِ وَالْأُولَىٰ ۝٢٥
Fa-akha zahul laahu nakalal aakhirati wal-oola
📖 Afaan Oromoon
Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 23-27 — Suuratu An-Nazi'at

23فَحَشَرَ فَنَادَىٰ
Sana booda walitti qabee lallabe
24فَقَالَ أَنَا رَبُّكُمُ الْأَعْلَىٰ
“Ani gooftaa keessan isa ol aanaadha” jedhe
25فَأَخَذَهُ اللَّهُ نَكَالَ الْآخِرَةِ وَالْأُولَىٰ
Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe
26إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَعِبْرَةً لِّمَن يَخْشَىٰ
Dugumatti, kana keessa nama Rabbiin sodaatuuf gorsatu jira
27أَأَنتُمْ أَشَدُّ خَلْقًا أَمِ السَّمَاءُ ۚ بَنَاهَا
Sila uumaa keessantu irra jabaata moo samii dha? Inni (Rabbiin) ishee ni ijaare
An-Nazi'atTarreeffama Qur'ana
46Aayah
MeccanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — An-Nazi'at 25

Suuratu An-Nazi'at Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sana booda Rabbiin adabbii [badii] boodaatiifi jalqabaatiifis isa qabe

Suuratu Aayah 25/46 — Suuratu An-Nazi'at النازعات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nazi'at Caqasi, Suuratu An-Nazi'at Hiikkaa, Suuratu An-Nazi'at mp3, Suuratu An-Nazi'at pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers