At-Takwir · 12/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Takwir
وَإِذَا الْجَحِيمُ سُعِّرَتْ ۝١٢
Wa izal jaheemu su`-`irat
📖 Afaan Oromoon
Yeroo ibiddi qabsiifamte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu At-Takwir

10وَإِذَا الصُّحُفُ نُشِرَتْ
Yeroo galmeen (hojii) raabsamte
11وَإِذَا السَّمَاءُ كُشِطَتْ
Yeroo samiin buqqifamtee maramte
12وَإِذَا الْجَحِيمُ سُعِّرَتْ
Yeroo ibiddi qabsiifamte
13وَإِذَا الْجَنَّةُ أُزْلِفَتْ
Yeroo jannanni dhiheeffamte
14عَلِمَتْ نَفْسٌ مَّا أَحْضَرَتْ
Lubbuun waan dalagatte beekteetti
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 12

Suuratu At-Takwir Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo ibiddi qabsiifamte

Suuratu Aayah 12/29 — Suuratu At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Takwir Caqasi, Suuratu At-Takwir Hiikkaa, Suuratu At-Takwir mp3, Suuratu At-Takwir pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers