At-Takwir · 8/29
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Takwir
وَإِذَا الْمَوْءُودَةُ سُئِلَتْ ۝٨
Wa izal maw`oodatu su`ilat
📖 Afaan Oromoon
Yeroo durbi fayyaan awwaalamte gaafatamte

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 6-10 — Suuratu At-Takwir

6وَإِذَا الْبِحَارُ سُجِّرَتْ
Yeroo galaanni qabsiifamte (akka ibiddaatti bobaan)
7وَإِذَا النُّفُوسُ زُوِّجَتْ
Yeroo lubbuun hundi qindeeffamte
8وَإِذَا الْمَوْءُودَةُ سُئِلَتْ
Yeroo durbi fayyaan awwaalamte gaafatamte
9بِأَيِّ ذَنبٍ قُتِلَتْ
Balleessa kamiif akka ajjeefamte
10وَإِذَا الصُّحُفُ نُشِرَتْ
Yeroo galmeen (hojii) raabsamte
At-TakwirTarreeffama Qur'ana
29Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — At-Takwir 8

Suuratu At-Takwir Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo durbi fayyaan awwaalamte gaafatamte

Suuratu Aayah 8/29 — Suuratu At-Takwir التكوير (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Takwir Caqasi, Suuratu At-Takwir Hiikkaa, Suuratu At-Takwir mp3, Suuratu At-Takwir pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers