Al-Ghashiyah · 10/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ghashiyah
فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٍ ۝١٠
Fee jannatin `aaliyah
📖 Afaan Oromoon
Jannata ol fuudhamtuu keessa jiraatti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Ghashiyah

8وُجُوهٌ يَوْمَئِذٍ نَّاعِمَةٌ
Fuulli gariin guyyaa san qananiituudha
9لِّسَعْيِهَا رَاضِيَةٌ
Dalagaa ishee jaalattuudha
10فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٍ
Jannata ol fuudhamtuu keessa jiraatti
11لَّا تَسْمَعُ فِيهَا لَاغِيَةً
Ishee keessatti waca hin dhagaanu
12فِيهَا عَيْنٌ جَارِيَةٌ
Ishee keessa burqituu yaatutu jirti
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 10

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jannata ol fuudhamtuu keessa jiraatti

Suuratu Aayah 10/26 — Suuratu Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ghashiyah Caqasi, Suuratu Al-Ghashiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Ghashiyah mp3, Suuratu Al-Ghashiyah pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers