Al-Ghashiyah · 11/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ghashiyah
لَّا تَسْمَعُ فِيهَا لَاغِيَةً ۝١١
Laa tasma`u feehaa laaghiyah
📖 Afaan Oromoon
Ishee keessatti waca hin dhagaanu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Ghashiyah

9لِّسَعْيِهَا رَاضِيَةٌ
Dalagaa ishee jaalattuudha
10فِي جَنَّةٍ عَالِيَةٍ
Jannata ol fuudhamtuu keessa jiraatti
11لَّا تَسْمَعُ فِيهَا لَاغِيَةً
Ishee keessatti waca hin dhagaanu
12فِيهَا عَيْنٌ جَارِيَةٌ
Ishee keessa burqituu yaatutu jirti
13فِيهَا سُرُرٌ مَّرْفُوعَةٌ
Ishee keessa sireewwan ol fuudhamtuutu jirti
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 11

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee keessatti waca hin dhagaanu

Suuratu Aayah 11/26 — Suuratu Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ghashiyah Caqasi, Suuratu Al-Ghashiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Ghashiyah mp3, Suuratu Al-Ghashiyah pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers