Al-Ghashiyah · 19/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ghashiyah
وَإِلَى الْجِبَالِ كَيْفَ نُصِبَتْ ۝١٩
Wa ilal jibaali kaifa nusibat
📖 Afaan Oromoon
Gara gaarreenis akkamitti akka dhaabamte (hin ilaalanuu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Al-Ghashiyah

17أَفَلَا يَنظُرُونَ إِلَى الْإِبِلِ كَيْفَ خُلِقَتْ
Sila gara gaalaa akkamitti akka uumamte hin ilaalanuu
18وَإِلَى السَّمَاءِ كَيْفَ رُفِعَتْ
Gara samii akkamitti akka ol fuudhamte (hin ilaalanuu)
19وَإِلَى الْجِبَالِ كَيْفَ نُصِبَتْ
Gara gaarreenis akkamitti akka dhaabamte (hin ilaalanuu)
20وَإِلَى الْأَرْضِ كَيْفَ سُطِحَتْ
Gara dachiis akkamitti akka diriirfamte (hin ilaalanuu)
21فَذَكِّرْ إِنَّمَا أَنتَ مُذَكِّرٌ
Yaadachiisi; ati yaadachiisaa qofa
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 19

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara gaarreenis akkamitti akka dhaabamte (hin ilaalanuu)

Suuratu Aayah 19/26 — Suuratu Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ghashiyah Caqasi, Suuratu Al-Ghashiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Ghashiyah mp3, Suuratu Al-Ghashiyah pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers