Al-Ghashiyah · 18/26
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ghashiyah
وَإِلَى السَّمَاءِ كَيْفَ رُفِعَتْ ۝١٨
Wa ilas samaaa`i kaifa rufi`at
📖 Afaan Oromoon
Gara samii akkamitti akka ol fuudhamte (hin ilaalanuu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Ghashiyah

16وَزَرَابِيُّ مَبْثُوثَةٌ
Afaawwan diriirfamanis (isaaniif jirti)
17أَفَلَا يَنظُرُونَ إِلَى الْإِبِلِ كَيْفَ خُلِقَتْ
Sila gara gaalaa akkamitti akka uumamte hin ilaalanuu
18وَإِلَى السَّمَاءِ كَيْفَ رُفِعَتْ
Gara samii akkamitti akka ol fuudhamte (hin ilaalanuu)
19وَإِلَى الْجِبَالِ كَيْفَ نُصِبَتْ
Gara gaarreenis akkamitti akka dhaabamte (hin ilaalanuu)
20وَإِلَى الْأَرْضِ كَيْفَ سُطِحَتْ
Gara dachiis akkamitti akka diriirfamte (hin ilaalanuu)
Al-GhashiyahTarreeffama Qur'ana
26Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Ghashiyah 18

Suuratu Al-Ghashiyah Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gara samii akkamitti akka ol fuudhamte (hin ilaalanuu)

Suuratu Aayah 18/26 — Suuratu Al-Ghashiyah الغاشية (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ghashiyah Caqasi, Suuratu Al-Ghashiyah Hiikkaa, Suuratu Al-Ghashiyah mp3, Suuratu Al-Ghashiyah pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers