Al-Fajr · 6/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
أَلَمْ تَرَ كَيْفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِعَادٍ ۝٦
Alam tara kaifa fa`ala rabbuka bi`aad
📖 Afaan Oromoon
Sila akkam akka Gooftaan kee Aaditti hojjate hin arginee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 4-8 — Suuratu Al-Fajr

4وَاللَّيْلِ إِذَا يَسْرِ
Halkanittis; yeroo inni deeme
5هَلْ فِي ذَٰلِكَ قَسَمٌ لِّذِي حِجْرٍ
Sila sana keessa abbootii sammuutiif kakuun quubsaan hin jiruu? (ni jira)
6أَلَمْ تَرَ كَيْفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِعَادٍ
Sila akkam akka Gooftaan kee Aaditti hojjate hin arginee
7إِرَمَ ذَاتِ الْعِمَادِ
Iramiin warra dhedheerootti
8الَّتِي لَمْ يُخْلَقْ مِثْلُهَا فِي الْبِلَادِ
Ishee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 6

Suuratu Al-Fajr Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila akkam akka Gooftaan kee Aaditti hojjate hin arginee

Suuratu Aayah 6/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers