Al-Fajr · 5/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
هَلْ فِي ذَٰلِكَ قَسَمٌ لِّذِي حِجْرٍ ۝٥
Hal fee zaalika qasamul lizee hijr
📖 Afaan Oromoon
Sila sana keessa abbootii sammuutiif kakuun quubsaan hin jiruu? (ni jira)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 3-7 — Suuratu Al-Fajr

3وَالشَّفْعِ وَالْوَتْرِ
Cimdiifi qarattis
4وَاللَّيْلِ إِذَا يَسْرِ
Halkanittis; yeroo inni deeme
5هَلْ فِي ذَٰلِكَ قَسَمٌ لِّذِي حِجْرٍ
Sila sana keessa abbootii sammuutiif kakuun quubsaan hin jiruu? (ni jira)
6أَلَمْ تَرَ كَيْفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِعَادٍ
Sila akkam akka Gooftaan kee Aaditti hojjate hin arginee
7إِرَمَ ذَاتِ الْعِمَادِ
Iramiin warra dhedheerootti
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
5Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 5

Suuratu Al-Fajr Aayah 5 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila sana keessa abbootii sammuutiif kakuun quubsaan hin jiruu? (ni…

Suuratu Aayah 5/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 3–7. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers