Suuratu Al-Fajr pdf — Buufi (Oromo)
Suuratu Al-Fajr pdf Oromo — Buufi Suuratu Al-Fajr Hiikkaa. Suuratu Al-Fajr (Meccan) 30 Aayah.
Related
- Suuratu Al-Fajr HiikkaaOromo
- Suuratu Al-Fajr mp3Caqasi
- Quran Index Oromo114
More Suuratu PDF
Suuratu Al-Fajr

ﭤﭥ
89:1
Bariinin[] (kakadha)
ﭦﭧﭨ
89:2
Halkan kurnaniini
ﭩﭪﭫ
89:3
Cimdiifi qarattis
ﭬﭭﭮﭯ
89:4
Halkanittis; yeroo inni deeme
ﭰﭱﭲﭳﭴﭵﭶ
89:5
Sila sana keessa abbootii sammuutiif kakuun quubsaan hin jiruu? (ni jira)
ﭷﭸﭹﭺﭻﭼﭽ
89:6
Sila akkam akka Gooftaan kee Aaditti hojjate hin arginee
ﭾﭿﮀﮁ
89:7
Iramiin warra dhedheerootti
ﮂﮃﮄﮅﮆﮇﮈ
89:8
Ishee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san
ﮉﮊﮋﮌﮍﮎ
89:9
Samuudittis warra laga (Hijri) keessatti dhagaa uran (mana irraa tolfatan)
ﮏﮐﮑﮒ
89:10
Firawniinis abbaa shikaalaatti
ﮓﮔﮕﮖﮗ
89:11
Isaan biyyoota keessatti daangaa dabran
ﮘﮙﮚﮛ
89:12
Kan ishee keessatti badii baayisan
ﮜﮝﮞﮟﮠﮡ
89:13
Gooftaan kee akaakuu adabbii isaan irratti buuse
ﮢﮣﮤﮥ
89:14
Dhugumatti, Gooftaan kee qeexaadha (beekaadha)
ﮦﮧﮨﮩﮪﮫﮬﮭﮮﮯﮰﮱ
89:15
Namni yeroo gooftaan isaa isa kabajuun qanansiisee isa qorate “Gooftaan kiyya na kabaje” jedha
ﯓﯔﯕﯖﯗﯘﯙﯚﯛﯜﯝ
89:16
Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha
ﯞﯟﯠﯡﯢﯣﯤ
89:17
Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan
ﯥﯦﯧﯨﯩﯪ
89:18
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan
ﯫﯬﯭﯮﯯ
89:19
Qabeenya dhaalaa, nyaata [halaalaafi haraama] walitti qabate nyaattu
ﯰﯱﯲﯳﯴ
89:20
Jaalala baay’ee qabeenya jaalattu
ﯵﯶﯷﯸﯹﯺﯻﯼ
89:21
Dhorgamaa! Yeroo dachiin waliin dhawamiinsa jabaa waliin dhawamte
ﯽﯾﯿﰀﰁﰂ
89:22
(Yeroo) Gooftaan kee dhufee maleykonnis hiriira hiriiran [dhufan]
ﭑﭒﭓﭔﭕﭖﭗﭘﭙﭚﭛ
89:23
Guyyaa san jahannamis ni fidamaGuyyaa san namni ni yaadataYaadannoon (guyyaa sanii) maal isaaf godha ree
ﭜﭝﭞﭟﭠ
89:24
Ni jedha: "odoon jiruu kiyyaaf dabarfadheen hawwa
ﭡﭢﭣﭤﭥﭦ
89:25
Guyyaa san adabbii Isaa eenyunuu hin adabu
ﭧﭨﭩﭪﭫ
89:26
Hidhaa Isaas eenyunuu hin hidhu
ﭬﭭﭮﭯ
89:27
“Yaa lubbuu tasgabbooftuu
ﭰﭱﭲﭳﭴﭵ
89:28
Jaallataa, jaallatamaa gara Gooftaa keetii deebii
ﭶﭷﭸﭹ
89:29
Gabroota kiyya keessas seeni
ﭺﭻﭼ
89:30
Jannata kiyyas seeni” (jedhamti)
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, September 9, 2026
Don't forget us in your sincere prayers







