At-Tawbah · 108/129
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tawbah
لَا تَقُمْ فِيهِ أَبَدًا ۚ لَّمَسْجِدٌ أُسِّسَ عَلَى التَّقْوَىٰ مِنْ أَوَّلِ يَوْمٍ أَحَقُّ أَن تَقُومَ فِيهِ ۚ فِيهِ رِجَالٌ يُحِبُّونَ أَن يَتَطَهَّرُوا ۚ وَاللَّهُ يُحِبُّ الْمُطَّهِّرِينَ ۝١٠٨
Laa taqum feehi abadaa; lamasjidun ussisa `alat taqwaa min awwali yawmin ahaqqu an taqooma feeh; feehi rijaaluny yuhibbona ai yatatahharoo, wallaahu yuhibbul mmuttah hireen
📖 Afaan Oromoon
Gonkumaa isa (masjiidicha) keessa hin dhaabbatinDhugumatti, masjiida guyyaa jalqabaa irraa sodaa (Rabbii) irratti ijaarametu ati isa keessa dhaabbachuu haqa godhataIsa keessa namoota qulqulleeffachuu jaalatantu jiruRabbiinis qulqulleeffattoota ni jaalata
🎧 Caqasi

📜 Aayah 106-110 — At-Tawbah

106وَآخَرُونَ مُرْجَوْنَ لِأَمْرِ اللَّهِ إِمَّا يُعَذِّبُهُمْ وَإِمَّا يَتُوبُ عَلَيْهِمْ ۗ وَاللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ
Warri biroo immoo kan murtii Rabbii (eeguuf) booda aanfamantu jiruYookiin isaan adabbii yookiin immoo tawbaa isaan irraa qeebalaRabbiin beekaa, ogeessa
107وَالَّذِينَ اتَّخَذُوا مَسْجِدًا ضِرَارًا وَكُفْرًا وَتَفْرِيقًا بَيْنَ الْمُؤْمِنِينَ وَإِرْصَادًا لِّمَنْ حَارَبَ اللَّهَ وَرَسُولَهُ مِن قَبْلُ ۚ وَلَيَحْلِفُنَّ إِنْ أَرَدْنَا إِلَّا الْحُسْنَىٰ ۖ وَاللَّهُ يَشْهَدُ إِنَّهُمْ لَكَاذِبُونَ
Warri (mu’uminoota) rakkisuuf, kufrii (babal’isuuf), gidduu mu’uminootaa addaan baasuufi nama duraan Rabbiifi ergamaa Isaatiin loleef eegumsa godhuuf jecha masjiida tolfatanis (isaanuma irraayyi)Dhugumatti “Nuti toltuu malee homaa hin feene” jedhanii kakatuRabbiin dhugumatti isaan sobdoota jechuu ragaa baha
108لَا تَقُمْ فِيهِ أَبَدًا ۚ لَّمَسْجِدٌ أُسِّسَ عَلَى التَّقْوَىٰ مِنْ أَوَّلِ يَوْمٍ أَحَقُّ أَن تَقُومَ فِيهِ ۚ فِيهِ رِجَالٌ يُحِبُّونَ أَن يَتَطَهَّرُوا ۚ وَاللَّهُ يُحِبُّ الْمُطَّهِّرِينَ
Gonkumaa isa (masjiidicha) keessa hin dhaabbatinDhugumatti, masjiida guyyaa jalqabaa irraa sodaa (Rabbii) irratti ijaarametu ati isa keessa dhaabbachuu haqa godhataIsa keessa namoota qulqulleeffachuu jaalatantu jiruRabbiinis qulqulleeffattoota ni jaalata
109أَفَمَنْ أَسَّسَ بُنْيَانَهُ عَلَىٰ تَقْوَىٰ مِنَ اللَّهِ وَرِضْوَانٍ خَيْرٌ أَم مَّنْ أَسَّسَ بُنْيَانَهُ عَلَىٰ شَفَا جُرُفٍ هَارٍ فَانْهَارَ بِهِ فِي نَارِ جَهَنَّمَ ۗ وَاللَّهُ لَا يَهْدِي الْقَوْمَ الظَّالِمِينَ
Sila nama jaarmaya isaa sodaa Rabbi irraa ta’eefi jaalala (Isaa) irratti bu’uurse moo, nama jaarmaya isaa afaan boollaa kan cituutti dhiyaate irratti bu’uuressee ibidda jahannam keessatti isaan kufetu caala? Rabbiin ummata miidhaa hojjattoota hin qajeelchu
110لَا يَزَالُ بُنْيَانُهُمُ الَّذِي بَنَوْا رِيبَةً فِي قُلُوبِهِمْ إِلَّا أَن تَقَطَّعَ قُلُوبُهُمْ ۗ وَاللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ
Ijaarsi isaanii inni isaan ijaaran yoo onneen isaanii ciccitte malee onnee isaanii keessatti munaafiqummaafi shakkii ta’uu irraa hin deemuRabbiin beekaa, ogeessa
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
108Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 108

Suuratu At-Tawbah Aayah 108 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gonkumaa isa (masjiidicha) keessa hin dhaabbatinDhugumatti, masjiida guyyaa jalqabaa irraa…

Suuratu Aayah 108/129 — At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tawbah Caqasi, At-Tawbah Hiikkaa, At-Tawbah mp3, At-Tawbah pdf. Aayah 106–110. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers