At-Tawbah · 113/129
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tawbah
مَا كَانَ لِلنَّبِيِّ وَالَّذِينَ آمَنُوا أَن يَسْتَغْفِرُوا لِلْمُشْرِكِينَ وَلَوْ كَانُوا أُولِي قُرْبَىٰ مِن بَعْدِ مَا تَبَيَّنَ لَهُمْ أَنَّهُمْ أَصْحَابُ الْجَحِيمِ ۝١١٣
Maa kaana lin nabiyyi wallazeena aamanooo ai yastaghfiroo lilmushrikeena wa law kaanoo ulee qurbaa mim ba`di maa tabiyana lahum annahum Ashaabul jaheem
📖 Afaan Oromoon
Nabiyyichaafi warra amananiif, mushrikootaaf odoo firoota dhihoo ta’anillee erga warra jahannam ta’uun ifa isaaniif ta’ee booda, (Rabbiin) araarama kadhachuun kan malu hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 111-115 — Suuratu At-Tawbah

111۞ إِنَّ اللَّهَ اشْتَرَىٰ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ أَنفُسَهُمْ وَأَمْوَالَهُم بِأَنَّ لَهُمُ الْجَنَّةَ ۚ يُقَاتِلُونَ فِي سَبِيلِ اللَّهِ فَيَقْتُلُونَ وَيُقْتَلُونَ ۖ وَعْدًا عَلَيْهِ حَقًّا فِي التَّوْرَاةِ وَالْإِنجِيلِ وَالْقُرْآنِ ۚ وَمَنْ أَوْفَىٰ بِعَهْدِهِ مِنَ اللَّهِ ۚ فَاسْتَبْشِرُوا بِبَيْعِكُمُ الَّذِي بَايَعْتُم بِهِ ۚ وَذَٰلِكَ هُوَ الْفَوْزُ الْعَظِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin mu’uminoota irraa jannanni isaaniif ta’uudhaan lubbuufi qabeenya isaanii biteeraKaraa Rabbii keessatti lolu; ni ajjeesu; ni ajjeefamusKun Tawraat, Injiiliifi Qur’aana keessatti waadaa Isa irratti mirkanaa’eedhaNamni Rabbi irra waadaa isaa guutu eenyu? Kanaafuu gurgurtaa keessan isa gurgurttaniin gammadaaSunis isatu milkii guddaadha
112التَّائِبُونَ الْعَابِدُونَ الْحَامِدُونَ السَّائِحُونَ الرَّاكِعُونَ السَّاجِدُونَ الْآمِرُونَ بِالْمَعْرُوفِ وَالنَّاهُونَ عَنِ الْمُنكَرِ وَالْحَافِظُونَ لِحُدُودِ اللَّهِ ۗ وَبَشِّرِ الْمُؤْمِنِينَ
(Isaan) warra tawbaa deebi’an, gabbartoota, faarsitoota, soomtota, warra rukuu’a godhan, warra sujuuda godhan, warra toltuutti ajajan, warra hamtuu irraa dhorganiifi warra daangaa Rabbiis eeganiidhaMu’uminootas (jannataan) gammachiisi
113مَا كَانَ لِلنَّبِيِّ وَالَّذِينَ آمَنُوا أَن يَسْتَغْفِرُوا لِلْمُشْرِكِينَ وَلَوْ كَانُوا أُولِي قُرْبَىٰ مِن بَعْدِ مَا تَبَيَّنَ لَهُمْ أَنَّهُمْ أَصْحَابُ الْجَحِيمِ
Nabiyyichaafi warra amananiif, mushrikootaaf odoo firoota dhihoo ta’anillee erga warra jahannam ta’uun ifa isaaniif ta’ee booda, (Rabbiin) araarama kadhachuun kan malu hin taane
114وَمَا كَانَ اسْتِغْفَارُ إِبْرَاهِيمَ لِأَبِيهِ إِلَّا عَن مَّوْعِدَةٍ وَعَدَهَا إِيَّاهُ فَلَمَّا تَبَيَّنَ لَهُ أَنَّهُ عَدُوٌّ لِّلَّهِ تَبَرَّأَ مِنْهُ ۚ إِنَّ إِبْرَاهِيمَ لَأَوَّاهٌ حَلِيمٌ
Araarama abbaa isaatiif kadhachuun Ibraahiimiis waadattii ishee isaaf seene sana (guutuu) irraayyi malee waan biraa hin turreYeroma inni diina Rabbii ta’uun ifa isaaf ta’u isa irraa qulqullaa’eDhugumatti, Ibraahiim akkaan gara laafaa, obsaadha
115وَمَا كَانَ اللَّهُ لِيُضِلَّ قَوْمًا بَعْدَ إِذْ هَدَاهُمْ حَتَّىٰ يُبَيِّنَ لَهُم مَّا يَتَّقُونَ ۚ إِنَّ اللَّهَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
Rabbiin ummata tokko erga isaan qajeelchee booda hanga waan isaan eeggachuu qaban isaaniif ibsutti kan (isaan) jallisu (yakkamaa godhu) hin taaneDhugumatti, Rabbiin waan hunda beekaadha
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
113Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 113

Suuratu At-Tawbah Aayah 113 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nabiyyichaafi warra amananiif, mushrikootaaf odoo firoota dhihoo ta’anillee erga warra…

Suuratu Aayah 113/129 — Suuratu At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tawbah Caqasi, Suuratu At-Tawbah Hiikkaa, Suuratu At-Tawbah mp3, Suuratu At-Tawbah pdf. Aayah 111–115. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers