At-Tawbah · 117/129
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tawbah
لَّقَد تَّابَ اللَّهُ عَلَى النَّبِيِّ وَالْمُهَاجِرِينَ وَالْأَنصَارِ الَّذِينَ اتَّبَعُوهُ فِي سَاعَةِ الْعُسْرَةِ مِن بَعْدِ مَا كَادَ يَزِيغُ قُلُوبُ فَرِيقٍ مِّنْهُمْ ثُمَّ تَابَ عَلَيْهِمْ ۚ إِنَّهُ بِهِمْ رَءُوفٌ رَّحِيمٌ ۝١١٧
Laqat taabal laahu `alan nabiyyi wal Muhaajireena wal Ansaaril lazeenat taba`oohu fee saa`atil `usrati mim ba`di maa kaada yazeeghu quloobu fareeqim minhum summma taaba `alaihim; innahoo bihim Ra`oofur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti Rabbiin nabiyyicha, muhaajirootaafi ansaarota warra erga onneen garee isaan irraa ta’anii jallachuutti dhihaatee booda, yerottii rakkoo keessa isa hordofan irraas tawbaa qeebaleeraSana booda Rabbiin tawbaa isaanii qeebaleeraDhugumatti inni isaaniif mararfataa rahmata godhaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 115-119 — At-Tawbah

115وَمَا كَانَ اللَّهُ لِيُضِلَّ قَوْمًا بَعْدَ إِذْ هَدَاهُمْ حَتَّىٰ يُبَيِّنَ لَهُم مَّا يَتَّقُونَ ۚ إِنَّ اللَّهَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
Rabbiin ummata tokko erga isaan qajeelchee booda hanga waan isaan eeggachuu qaban isaaniif ibsutti kan (isaan) jallisu (yakkamaa godhu) hin taaneDhugumatti, Rabbiin waan hunda beekaadha
116إِنَّ اللَّهَ لَهُ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ يُحْيِي وَيُمِيتُ ۚ وَمَا لَكُم مِّن دُونِ اللَّهِ مِن وَلِيٍّ وَلَا نَصِيرٍ
Dhugumatti, Rabbiin mootummaan samiifi dachii kan IsaatiNi jiraachisa; ni ajjeesasRabbiin alatti tiksaafi tumsaantokkollee isiniif hin jiru
117لَّقَد تَّابَ اللَّهُ عَلَى النَّبِيِّ وَالْمُهَاجِرِينَ وَالْأَنصَارِ الَّذِينَ اتَّبَعُوهُ فِي سَاعَةِ الْعُسْرَةِ مِن بَعْدِ مَا كَادَ يَزِيغُ قُلُوبُ فَرِيقٍ مِّنْهُمْ ثُمَّ تَابَ عَلَيْهِمْ ۚ إِنَّهُ بِهِمْ رَءُوفٌ رَّحِيمٌ
Dhugumatti Rabbiin nabiyyicha, muhaajirootaafi ansaarota warra erga onneen garee isaan irraa ta’anii jallachuutti dhihaatee booda, yerottii rakkoo keessa isa hordofan irraas tawbaa qeebaleeraSana booda Rabbiin tawbaa isaanii qeebaleeraDhugumatti inni isaaniif mararfataa rahmata godhaadha
118وَعَلَى الثَّلَاثَةِ الَّذِينَ خُلِّفُوا حَتَّىٰ إِذَا ضَاقَتْ عَلَيْهِمُ الْأَرْضُ بِمَا رَحُبَتْ وَضَاقَتْ عَلَيْهِمْ أَنفُسُهُمْ وَظَنُّوا أَن لَّا مَلْجَأَ مِنَ اللَّهِ إِلَّا إِلَيْهِ ثُمَّ تَابَ عَلَيْهِمْ لِيَتُوبُوا ۚ إِنَّ اللَّهَ هُوَ التَّوَّابُ الرَّحِيمُ
Warra sadeen hanga dachiin bal’ina ishee wajjin isaan irratti dhiphattee, lubbuun isaaniis isaan irratti dhiphattee, Rabbi irraas gara Isaatti malee iddoon itti baqatan hin jiruu hanga mirkaneeffatanitti booda aanfaman irraas (Rabbiin tawbaa qeebaleera)Sana booda akka isaan tawbataniif jecha tawbaa isaan irraa qeebaleDhugumatti, Rabbiin Isatu araaramaa, rahmata godhaadha
119يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اتَّقُوا اللَّهَ وَكُونُوا مَعَ الصَّادِقِينَ
Yaa warra amantan! Rabbiin sodaadhaa; warra dhugaa dubbatan wajjiiniis ta’aa
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
117Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 117

Suuratu At-Tawbah Aayah 117 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti Rabbiin nabiyyicha, muhaajirootaafi ansaarota warra erga onneen garee isaan…

Suuratu Aayah 117/129 — At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tawbah Caqasi, At-Tawbah Hiikkaa, At-Tawbah mp3, At-Tawbah pdf. Aayah 115–119. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers