At-Tawbah · 116/129
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tawbah
إِنَّ اللَّهَ لَهُ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ يُحْيِي وَيُمِيتُ ۚ وَمَا لَكُم مِّن دُونِ اللَّهِ مِن وَلِيٍّ وَلَا نَصِيرٍ ۝١١٦
Innal laaha lahoo mulkus samaawaati wal ardi yuhyee wa yumeet; wa maa lakum min doonil laahi minw waliyyinw wa laa naseer
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Rabbiin mootummaan samiifi dachii kan IsaatiNi jiraachisa; ni ajjeesasRabbiin alatti tiksaafi tumsaantokkollee isiniif hin jiru

🎧 Caqasi


📜 Aayah 114-118 — Suuratu At-Tawbah

114وَمَا كَانَ اسْتِغْفَارُ إِبْرَاهِيمَ لِأَبِيهِ إِلَّا عَن مَّوْعِدَةٍ وَعَدَهَا إِيَّاهُ فَلَمَّا تَبَيَّنَ لَهُ أَنَّهُ عَدُوٌّ لِّلَّهِ تَبَرَّأَ مِنْهُ ۚ إِنَّ إِبْرَاهِيمَ لَأَوَّاهٌ حَلِيمٌ
Araarama abbaa isaatiif kadhachuun Ibraahiimiis waadattii ishee isaaf seene sana (guutuu) irraayyi malee waan biraa hin turreYeroma inni diina Rabbii ta’uun ifa isaaf ta’u isa irraa qulqullaa’eDhugumatti, Ibraahiim akkaan gara laafaa, obsaadha
115وَمَا كَانَ اللَّهُ لِيُضِلَّ قَوْمًا بَعْدَ إِذْ هَدَاهُمْ حَتَّىٰ يُبَيِّنَ لَهُم مَّا يَتَّقُونَ ۚ إِنَّ اللَّهَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمٌ
Rabbiin ummata tokko erga isaan qajeelchee booda hanga waan isaan eeggachuu qaban isaaniif ibsutti kan (isaan) jallisu (yakkamaa godhu) hin taaneDhugumatti, Rabbiin waan hunda beekaadha
116إِنَّ اللَّهَ لَهُ مُلْكُ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ ۖ يُحْيِي وَيُمِيتُ ۚ وَمَا لَكُم مِّن دُونِ اللَّهِ مِن وَلِيٍّ وَلَا نَصِيرٍ
Dhugumatti, Rabbiin mootummaan samiifi dachii kan IsaatiNi jiraachisa; ni ajjeesasRabbiin alatti tiksaafi tumsaantokkollee isiniif hin jiru
117لَّقَد تَّابَ اللَّهُ عَلَى النَّبِيِّ وَالْمُهَاجِرِينَ وَالْأَنصَارِ الَّذِينَ اتَّبَعُوهُ فِي سَاعَةِ الْعُسْرَةِ مِن بَعْدِ مَا كَادَ يَزِيغُ قُلُوبُ فَرِيقٍ مِّنْهُمْ ثُمَّ تَابَ عَلَيْهِمْ ۚ إِنَّهُ بِهِمْ رَءُوفٌ رَّحِيمٌ
Dhugumatti Rabbiin nabiyyicha, muhaajirootaafi ansaarota warra erga onneen garee isaan irraa ta’anii jallachuutti dhihaatee booda, yerottii rakkoo keessa isa hordofan irraas tawbaa qeebaleeraSana booda Rabbiin tawbaa isaanii qeebaleeraDhugumatti inni isaaniif mararfataa rahmata godhaadha
118وَعَلَى الثَّلَاثَةِ الَّذِينَ خُلِّفُوا حَتَّىٰ إِذَا ضَاقَتْ عَلَيْهِمُ الْأَرْضُ بِمَا رَحُبَتْ وَضَاقَتْ عَلَيْهِمْ أَنفُسُهُمْ وَظَنُّوا أَن لَّا مَلْجَأَ مِنَ اللَّهِ إِلَّا إِلَيْهِ ثُمَّ تَابَ عَلَيْهِمْ لِيَتُوبُوا ۚ إِنَّ اللَّهَ هُوَ التَّوَّابُ الرَّحِيمُ
Warra sadeen hanga dachiin bal’ina ishee wajjin isaan irratti dhiphattee, lubbuun isaaniis isaan irratti dhiphattee, Rabbi irraas gara Isaatti malee iddoon itti baqatan hin jiruu hanga mirkaneeffatanitti booda aanfaman irraas (Rabbiin tawbaa qeebaleera)Sana booda akka isaan tawbataniif jecha tawbaa isaan irraa qeebaleDhugumatti, Rabbiin Isatu araaramaa, rahmata godhaadha
At-TawbahTarreeffama Qur'ana
129Aayah
MedinanRevelation
116Aayah

Hiikkaa — At-Tawbah 116

Suuratu At-Tawbah Aayah 116 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Rabbiin mootummaan samiifi dachii kan IsaatiNi jiraachisa; ni ajjeesasRabbiin…

Suuratu Aayah 116/129 — Suuratu At-Tawbah التوبة (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tawbah Caqasi, Suuratu At-Tawbah Hiikkaa, Suuratu At-Tawbah mp3, Suuratu At-Tawbah pdf. Aayah 114–118. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers