Al-Balad · 18/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Balad
أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ ۝١٨
Ulaaa`ika As-haabul maimanah
📖 Afaan Oromoon
Isaan sun warra mirgaati
🎧 Caqasi

📜 Aayah 16-20 — Al-Balad

16أَوْ مِسْكِينًا ذَا مَتْرَبَةٍ
Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege)
17ثُمَّ كَانَ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ وَتَوَاصَوْا بِالْمَرْحَمَةِ
Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane
18أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ
Isaan sun warra mirgaati
19وَالَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِنَا هُمْ أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ
Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati
20عَلَيْهِمْ نَارٌ مُّؤْصَدَةٌ
Isaan irratti ibiddi cufamtuudha
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 18

Suuratu Al-Balad Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan sun warra mirgaati

Suuratu Aayah 18/20 — Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Balad Caqasi, Al-Balad Hiikkaa, Al-Balad mp3, Al-Balad pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers