Al-Balad · 17/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Balad
ثُمَّ كَانَ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ وَتَوَاصَوْا بِالْمَرْحَمَةِ ۝١٧
Summa kaana minal lazeena aamanoo wa tawaasaw bissabri wa tawaasaw bilmarhamah
📖 Afaan Oromoon
Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — Al-Balad

15يَتِيمًا ذَا مَقْرَبَةٍ
Yatiima fira ta’an
16أَوْ مِسْكِينًا ذَا مَتْرَبَةٍ
Yookiin hiyyeessa harkaan lafa qabate (deege)
17ثُمَّ كَانَ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ وَتَوَاصَوْا بِالْمَرْحَمَةِ
Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane
18أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ
Isaan sun warra mirgaati
19وَالَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِنَا هُمْ أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ
Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 17

Suuratu Al-Balad Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa…

Suuratu Aayah 17/20 — Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Balad Caqasi, Al-Balad Hiikkaa, Al-Balad mp3, Al-Balad pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers