Al-Balad · 19/20
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Balad
وَالَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِنَا هُمْ أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ ۝١٩
Wallazeena kafaroo bi aayaatinaa hum as-haabul Mash`amah
📖 Afaan Oromoon
Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-20 — Al-Balad

17ثُمَّ كَانَ مِنَ الَّذِينَ آمَنُوا وَتَوَاصَوْا بِالصَّبْرِ وَتَوَاصَوْا بِالْمَرْحَمَةِ
Ergasii warra amananii, obsa waliif dhaamaniifi rahmata waliif dhaaman irraa maaliif hin taane
18أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْمَيْمَنَةِ
Isaan sun warra mirgaati
19وَالَّذِينَ كَفَرُوا بِآيَاتِنَا هُمْ أَصْحَابُ الْمَشْأَمَةِ
Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati
20عَلَيْهِمْ نَارٌ مُّؤْصَدَةٌ
Isaan irratti ibiddi cufamtuudha
Al-BaladTarreeffama Qur'ana
20Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Al-Balad 19

Suuratu Al-Balad Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan keeyyattoota keenyatti kafaran immoo isaan warra bitaati

Suuratu Aayah 19/20 — Al-Balad البلد (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Balad Caqasi, Al-Balad Hiikkaa, Al-Balad mp3, Al-Balad pdf. Aayah 17–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers