Yunus · 30/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yunus
هُنَالِكَ تَبْلُو كُلُّ نَفْسٍ مَّا أَسْلَفَتْ ۚ وَرُدُّوا إِلَى اللَّهِ مَوْلَاهُمُ الْحَقِّ ۖ وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ ۝٣٠
Hunaalika tabloo kullu nafsim maaa aslafat; wa ruddoo ilal laahi mawlaahu mul haqqi wa dalla `anhum maa kaanoo yaftaroon
📖 Afaan Oromoon
Achitti lubbuun hundi waan dabarsite ni beekkattiGara Rabbii Gooftaa isaanii kan dhugaa deebifamuSobni isaan uummachaa turan isaan irraa bada

🎧 Caqasi


📜 Aayah 28-32 — Suuratu Yunus

28وَيَوْمَ نَحْشُرُهُمْ جَمِيعًا ثُمَّ نَقُولُ لِلَّذِينَ أَشْرَكُوا مَكَانَكُمْ أَنتُمْ وَشُرَكَاؤُكُمْ ۚ فَزَيَّلْنَا بَيْنَهُمْ ۖ وَقَالَ شُرَكَاؤُهُم مَّا كُنتُمْ إِيَّانَا تَعْبُدُونَ
Guyyaa isaan hunda walitti qabnus, (dubbadhu)Ergasii isaan Nutti qindeessaniin ni jenna: “Isiniifi warri isin Nu waliin gabbaraa turtanis iddoo jirtan dhaabadhaa!” Sana booda gidduu isaanii addaan baafnaWarri isaan Nu waliin gabbaraa turaniis: “Isin nu gabbaraa hin turre” jedhu
29فَكَفَىٰ بِاللَّهِ شَهِيدًا بَيْنَنَا وَبَيْنَكُمْ إِن كُنَّا عَنْ عِبَادَتِكُمْ لَغَافِلِينَ
“Gidduu keenyaafi gidduu keessanitti ragaa ta’uuf Rabbumatu ga’aadhaDhugumatti, nuti isin nu gabbaruu irraa dagatoo taanee turre.”
30هُنَالِكَ تَبْلُو كُلُّ نَفْسٍ مَّا أَسْلَفَتْ ۚ وَرُدُّوا إِلَى اللَّهِ مَوْلَاهُمُ الْحَقِّ ۖ وَضَلَّ عَنْهُم مَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ
Achitti lubbuun hundi waan dabarsite ni beekkattiGara Rabbii Gooftaa isaanii kan dhugaa deebifamuSobni isaan uummachaa turan isaan irraa bada
31قُلْ مَن يَرْزُقُكُم مِّنَ السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ أَمَّن يَمْلِكُ السَّمْعَ وَالْأَبْصَارَ وَمَن يُخْرِجُ الْحَيَّ مِنَ الْمَيِّتِ وَيُخْرِجُ الْمَيِّتَ مِنَ الْحَيِّ وَمَن يُدَبِّرُ الْأَمْرَ ۚ فَسَيَقُولُونَ اللَّهُ ۚ فَقُلْ أَفَلَا تَتَّقُونَ
“Eenyutu samiifi dachii irraa isin soora? Yookiin dhageettiifi argaa eenyutu dhuunfata? Ammas eenyutu jiraataa du’aa irraa, du’aas jiraataa irraa baasa? Eenyutu waan hunda gara gaggalchas?” jedhi‘Rabbuma’ jechuuf jiruu“Sila Rabbiin hin sodaattanii?” jedhiin
32فَذَٰلِكُمُ اللَّهُ رَبُّكُمُ الْحَقُّ ۖ فَمَاذَا بَعْدَ الْحَقِّ إِلَّا الضَّلَالُ ۖ فَأَنَّىٰ تُصْرَفُونَ
Sun Allaah, Gooftaa keessan, kan dhugaatiDhugaa booda jallina malee maaltu jira? Akkamumatti irraa gara galfamtu
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Yunus 30

Suuratu Yunus Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Achitti lubbuun hundi waan dabarsite ni beekkattiGara Rabbii Gooftaa isaanii…

Suuratu Aayah 30/109 — Suuratu Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yunus Caqasi, Suuratu Yunus Hiikkaa, Suuratu Yunus mp3, Suuratu Yunus pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers