Yusuf · 4/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Yusuf
إِذْ قَالَ يُوسُفُ لِأَبِيهِ يَا أَبَتِ إِنِّي رَأَيْتُ أَحَدَ عَشَرَ كَوْكَبًا وَالشَّمْسَ وَالْقَمَرَ رَأَيْتُهُمْ لِي سَاجِدِينَ ۝٤
Iz qaala Yoosufu li abeehi yaaa abati innee ra aytu ahada `ashara kawkabanw wash shamsa walqamara ra aytuhum lee saajideen
📖 Afaan Oromoon
Yeroo Yuusuf abbaa isaatin “Yaa abbaa kiyya! Ani (abjuudhaan) urjiiwwan kudha tokko, aduufi ji’a argeera; kan anaaf sujuuda godhan ta’anii isaan argeen jira” jedhe [yaadadhu]

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Yusuf

2إِنَّا أَنزَلْنَاهُ قُرْآنًا عَرَبِيًّا لَّعَلَّكُمْ تَعْقِلُونَ
Nuti akka isin xiinxaltaniif jecha haala Qur’aana Arabiffaa ta’een isa buufne
3نَحْنُ نَقُصُّ عَلَيْكَ أَحْسَنَ الْقَصَصِ بِمَا أَوْحَيْنَا إِلَيْكَ هَٰذَا الْقُرْآنَ وَإِن كُنتَ مِن قَبْلِهِ لَمِنَ الْغَافِلِينَ
Nuti Qur’aana kana gara keetti beeksisuudhaan seenaa gaggaarii sirratti odeessinaAtis isa dura dagattoota irraa turte
4إِذْ قَالَ يُوسُفُ لِأَبِيهِ يَا أَبَتِ إِنِّي رَأَيْتُ أَحَدَ عَشَرَ كَوْكَبًا وَالشَّمْسَ وَالْقَمَرَ رَأَيْتُهُمْ لِي سَاجِدِينَ
Yeroo Yuusuf abbaa isaatin “Yaa abbaa kiyya! Ani (abjuudhaan) urjiiwwan kudha tokko, aduufi ji’a argeera; kan anaaf sujuuda godhan ta’anii isaan argeen jira” jedhe [yaadadhu]
5قَالَ يَا بُنَيَّ لَا تَقْصُصْ رُؤْيَاكَ عَلَىٰ إِخْوَتِكَ فَيَكِيدُوا لَكَ كَيْدًا ۖ إِنَّ الشَّيْطَانَ لِلْإِنسَانِ عَدُوٌّ مُّبِينٌ
(Abbaan isaas) ni jedhe: “Yaa ilma kiyya! Tooftaa (dhara) sirratti baasuu abjuu kee obboleeyyan keetti hin himinDhugumatti, sheyxaanni namaaf diina ifa bahaadha
6وَكَذَٰلِكَ يَجْتَبِيكَ رَبُّكَ وَيُعَلِّمُكَ مِن تَأْوِيلِ الْأَحَادِيثِ وَيُتِمُّ نِعْمَتَهُ عَلَيْكَ وَعَلَىٰ آلِ يَعْقُوبَ كَمَا أَتَمَّهَا عَلَىٰ أَبَوَيْكَ مِن قَبْلُ إِبْرَاهِيمَ وَإِسْحَاقَ ۚ إِنَّ رَبَّكَ عَلِيمٌ حَكِيمٌ
Akka kanatti Gooftaan kee si filata; hiikkaa manaamaas si barsiisa; ni’imaa Isaas akkuma kana dura abbootii kee Ibraahiimiifi Isihaaq irratti guute sirrattiifi maatii Ya’aquub irrattis ni guutaDhugumatti, Gooftaan kee beekaa, ogeessa.”
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Yusuf 4

Suuratu Yusuf Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo Yuusuf abbaa isaatin “Yaa abbaa kiyya! Ani (abjuudhaan) urjiiwwan…

Suuratu Aayah 4/111 — Suuratu Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Yusuf Caqasi, Suuratu Yusuf Hiikkaa, Suuratu Yusuf mp3, Suuratu Yusuf pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers