An-Nahl · 12/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَسَخَّرَ لَكُمُ اللَّيْلَ وَالنَّهَارَ وَالشَّمْسَ وَالْقَمَرَ ۖ وَالنُّجُومُ مُسَخَّرَاتٌ بِأَمْرِهِ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ ١٢
Transliteration
Wa sakkhkhara lakumul laila wannahaara wash shamsa walqamara wannujoomu musakhkharaatum bi amrih; inna fee zaalika la Aayaatil liqawminy ya`qiloon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Halkan, guyyaa, aduufi ji’as isiniif laaffiseUrjiiwwanis ajaja Isaatiin laaffifamoodhaDhugumatti, kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattooleetu jira
M
Mishary Rashid Alafasy
✓
Mishary Rashid Alafasy
✓
M
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
Mahmoud Khalil Al-Husary
✓
A
Abdurrahman As-Sudais
✓
Abdurrahman As-Sudais
✓
M
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
Mohamed Siddiq Al-Minshawi
✓
A
Abdul Basit Abdul Samad
✓
Abdul Basit Abdul Samad
✓
A
Ali Al-Hudhaify
✓
Ali Al-Hudhaify
✓
A
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
Ahmed ibn Ali al-Ajamy
✓
A
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
Abu Bakr Ash-Shaatree
✓
M
Muhammad Ayyoub
✓
Muhammad Ayyoub
✓
A
Abdullah Basfar
✓
Abdullah Basfar
✓
A
Abdullah Al-Juhani
✓
Abdullah Al-Juhani
✓
M
Maher Al Muaiqly
✓
Maher Al Muaiqly
✓
0:00
0:00
📜 Aayah 10-14 — Suuratu An-Nahl
10هُوَ الَّذِي أَنزَلَ مِنَ السَّمَاءِ مَاءً ۖ لَّكُم مِّنْهُ شَرَابٌ وَمِنْهُ شَجَرٌ فِيهِ تُسِيمُونَ
Inni Isa samii irraa bishaan isiniif buuseIsiniif isa irraa dhugaatiitu jiraIsa irraas muka isin ishee keessatti (beyladoota) tikfattantu (marga)
11يُنبِتُ لَكُم بِهِ الزَّرْعَ وَالزَّيْتُونَ وَالنَّخِيلَ وَالْأَعْنَابَ وَمِن كُلِّ الثَّمَرَاتِ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَتَفَكَّرُونَ
Isaan sanyii, Zeytuuna, muka Timiraa, Inabaafi fuduraalee hunda irraa isiniif magarsaDhugumatti, kana keessa namoota xiinxalaniif mallattooleetu jira
12وَسَخَّرَ لَكُمُ اللَّيْلَ وَالنَّهَارَ وَالشَّمْسَ وَالْقَمَرَ ۖ وَالنُّجُومُ مُسَخَّرَاتٌ بِأَمْرِهِ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَاتٍ لِّقَوْمٍ يَعْقِلُونَ
Halkan, guyyaa, aduufi ji’as isiniif laaffiseUrjiiwwanis ajaja Isaatiin laaffifamoodhaDhugumatti, kana keessa namoota hubannoo qabaniif mallattooleetu jira
13وَمَا ذَرَأَ لَكُمْ فِي الْأَرْضِ مُخْتَلِفًا أَلْوَانُهُ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً لِّقَوْمٍ يَذَّكَّرُونَ
Bifti isaanii adda adda ta’ee wantoota dachii keessatti isiniif uumes (isiniif laaffise)Dhugumatti, kana keessa namoota gorfamaniif mallattootu jira
14وَهُوَ الَّذِي سَخَّرَ الْبَحْرَ لِتَأْكُلُوا مِنْهُ لَحْمًا طَرِيًّا وَتَسْتَخْرِجُوا مِنْهُ حِلْيَةً تَلْبَسُونَهَا وَتَرَى الْفُلْكَ مَوَاخِرَ فِيهِ وَلِتَبْتَغُوا مِن فَضْلِهِ وَلَعَلَّكُمْ تَشْكُرُونَ
Inni Isa akka isa irraa foon haarawa nyaattaniifi faaya ishee uffattanis isa irraa baafattaniif jecha galaana isiniif laaffiseedhaDooniwwanis isa (galaana) keessa baqaqsituu taatee (kan deemtu) argitaAkka tola isaa irraa barbaaddaniifi akka galateeffattaniif jecha (kana godhe)
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
12Aayah
Hiikkaa — An-Nahl 12
Suuratu An-Nahl Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Halkan, guyyaa, aduufi ji’as isiniif laaffiseUrjiiwwanis ajaja Isaatiin laaffifamoodhaDhugumatti, kana…Suuratu Aayah 12/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.
Suuratu An-Nahl
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Wednesday, September 30, 2026
Don't forget us in your sincere prayers


