An-Nahl · 7/128
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nahl
وَتَحْمِلُ أَثْقَالَكُمْ إِلَىٰ بَلَدٍ لَّمْ تَكُونُوا بَالِغِيهِ إِلَّا بِشِقِّ الْأَنفُسِ ۚ إِنَّ رَبَّكُمْ لَرَءُوفٌ رَّحِيمٌ ۝٧
Wa tahmilu asqaalakum ilaa baladil lam takoonoo baaligheehi illaa bishiqqil anfus; inna Rabbakum la Ra`oofur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Ba’aa keessan ulfaataas gara biyya isin ifaajee (rakkina) lubbuutiin malee isa gahoo hin taaneetti baadhattiDhugumatti, Gooftaan keessan mararfataa, rahmata godhaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Suuratu An-Nahl

5وَالْأَنْعَامَ خَلَقَهَا ۗ لَكُمْ فِيهَا دِفْءٌ وَمَنَافِعُ وَمِنْهَا تَأْكُلُونَ
Beyladas isiniif ishee uumeIsaan keessatti isiniif ho’ifannaafi bu’aalee birootu jiraIshee irraas ni nyaattu
6وَلَكُمْ فِيهَا جَمَالٌ حِينَ تُرِيحُونَ وَحِينَ تَسْرَحُونَ
Yeroo (gara mooraa) galchitaniifi yeroo bobbaaftan (gadi yaaftan) ishee keessa bareedumatu isiniif jira
7وَتَحْمِلُ أَثْقَالَكُمْ إِلَىٰ بَلَدٍ لَّمْ تَكُونُوا بَالِغِيهِ إِلَّا بِشِقِّ الْأَنفُسِ ۚ إِنَّ رَبَّكُمْ لَرَءُوفٌ رَّحِيمٌ
Ba’aa keessan ulfaataas gara biyya isin ifaajee (rakkina) lubbuutiin malee isa gahoo hin taaneetti baadhattiDhugumatti, Gooftaan keessan mararfataa, rahmata godhaadha
8وَالْخَيْلَ وَالْبِغَالَ وَالْحَمِيرَ لِتَرْكَبُوهَا وَزِينَةً ۚ وَيَخْلُقُ مَا لَا تَعْلَمُونَ
Farda, gaangewwaniifi harrootas akka yaabbattaniifi miidhaginaaf jecha (isiniif uume)Wantoota isin hin beeknes ni uuma
9وَعَلَى اللَّهِ قَصْدُ السَّبِيلِ وَمِنْهَا جَائِرٌ ۚ وَلَوْ شَاءَ لَهَدَاكُمْ أَجْمَعِينَ
(Tola isaatiin) karaa qajeelaa ibsuun Rabbuma irra jiraIshee irraas jallaatu jira(Rabbiin) odoo fedhee hunda keessan isin qajeelcha ture
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 7

Suuratu An-Nahl Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ba’aa keessan ulfaataas gara biyya isin ifaajee (rakkina) lubbuutiin malee…

Suuratu Aayah 7/128 — Suuratu An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nahl Caqasi, Suuratu An-Nahl Hiikkaa, Suuratu An-Nahl mp3, Suuratu An-Nahl pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers