Maryam · 2/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Maryam
ذِكْرُ رَحْمَتِ رَبِّكَ عَبْدَهُ زَكَرِيَّا ۝٢
Zikru rahmati Rabbika `abdahoo Zakariyya
📖 Afaan Oromoon
(Kun) rahmata gooftaan kee Gabricha Isaa Zakariyyaaf (godhe) dubbachuudha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-4 — Suuratu Maryam

1كهيعص
Kaaf Haa Yaa Ayn Saade
2ذِكْرُ رَحْمَتِ رَبِّكَ عَبْدَهُ زَكَرِيَّا
(Kun) rahmata gooftaan kee Gabricha Isaa Zakariyyaaf (godhe) dubbachuudha
3إِذْ نَادَىٰ رَبَّهُ نِدَاءً خَفِيًّا
Yeroo inni Rabbii Isaa waamicha dhoksaa waame (dubbadhu)
4قَالَ رَبِّ إِنِّي وَهَنَ الْعَظْمُ مِنِّي وَاشْتَعَلَ الرَّأْسُ شَيْبًا وَلَمْ أَكُن بِدُعَائِكَ رَبِّ شَقِيًّا
“Rabbii kiyya! Ani lafeen kiyya laafte; mataan kiyyas Arrii makatee; Rabbii kiyya ani kadhaa keetiin hoonga’aa hin taane” jedhe
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Maryam 2

Suuratu Maryam Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Kun) rahmata gooftaan kee Gabricha Isaa Zakariyyaaf (godhe) dubbachuudha

Suuratu Aayah 2/98 — Suuratu Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Maryam Caqasi, Suuratu Maryam Hiikkaa, Suuratu Maryam mp3, Suuratu Maryam pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers