Maryam · 3/98
Hiikkaa Sagaleeffama — Maryam
إِذْ نَادَىٰ رَبَّهُ نِدَاءً خَفِيًّا ۝٣
Iz naadaa Rabbahoo nidaaa`an khafiyyaa
📖 Afaan Oromoon
Yeroo inni Rabbii Isaa waamicha dhoksaa waame (dubbadhu)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-5 — Maryam

1كهيعص
Kaaf Haa Yaa Ayn Saade
2ذِكْرُ رَحْمَتِ رَبِّكَ عَبْدَهُ زَكَرِيَّا
(Kun) rahmata gooftaan kee Gabricha Isaa Zakariyyaaf (godhe) dubbachuudha
3إِذْ نَادَىٰ رَبَّهُ نِدَاءً خَفِيًّا
Yeroo inni Rabbii Isaa waamicha dhoksaa waame (dubbadhu)
4قَالَ رَبِّ إِنِّي وَهَنَ الْعَظْمُ مِنِّي وَاشْتَعَلَ الرَّأْسُ شَيْبًا وَلَمْ أَكُن بِدُعَائِكَ رَبِّ شَقِيًّا
“Rabbii kiyya! Ani lafeen kiyya laafte; mataan kiyyas Arrii makatee; Rabbii kiyya ani kadhaa keetiin hoonga’aa hin taane” jedhe
5وَإِنِّي خِفْتُ الْمَوَالِيَ مِن وَرَائِي وَكَانَتِ امْرَأَتِي عَاقِرًا فَهَبْ لِي مِن لَّدُنكَ وَلِيًّا
“Ani booda kootii firoota kiyya sodaadheen jiraNiitiin kiyyas maseentuudhaSuma biraa ilma naaf kenni
MaryamTarreeffama Qur'ana
98Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Maryam 3

Suuratu Maryam Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo inni Rabbii Isaa waamicha dhoksaa waame (dubbadhu)

Suuratu Aayah 3/98 — Maryam مريم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Maryam Caqasi, Maryam Hiikkaa, Maryam mp3, Maryam pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers