Taha · 22/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
وَاضْمُمْ يَدَكَ إِلَىٰ جَنَاحِكَ تَخْرُجْ بَيْضَاءَ مِنْ غَيْرِ سُوءٍ آيَةً أُخْرَىٰ ۝٢٢
Wadmum yadaka ilaa janaahika takhruj baidaaa`a min ghairi sooo`in Aayatan ukhraa
📖 Afaan Oromoon
Harka kee gara cinaacha keetiitti maxxansiMallattoo biraa ta’uun dhibee (tokko) malee adii taatee baati.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 20-24 — Suuratu Taha

20فَأَلْقَاهَا فَإِذَا هِيَ حَيَّةٌ تَسْعَىٰ
Ishee ni darbeYeroma san bofa fiigu taate
21قَالَ خُذْهَا وَلَا تَخَفْ ۖ سَنُعِيدُهَا سِيرَتَهَا الْأُولَىٰ
(Rabbiin) ni jedhe: “Ishee qabi; hin sodaatinis; haala ishee kan jalqabaatti ishee deebifnaa
22وَاضْمُمْ يَدَكَ إِلَىٰ جَنَاحِكَ تَخْرُجْ بَيْضَاءَ مِنْ غَيْرِ سُوءٍ آيَةً أُخْرَىٰ
Harka kee gara cinaacha keetiitti maxxansiMallattoo biraa ta’uun dhibee (tokko) malee adii taatee baati.”
23لِنُرِيَكَ مِنْ آيَاتِنَا الْكُبْرَى
Mallattoolee keenya isaan gugurdoo irraa akka si agarsiifnuuf
24اذْهَبْ إِلَىٰ فِرْعَوْنَ إِنَّهُ طَغَىٰ
Gara Fir’awnaa deemiDhugumatti, inni daangaa dabree jira.”
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
22Aayah

Hiikkaa — Taha 22

Suuratu Taha Aayah 22 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Harka kee gara cinaacha keetiitti maxxansiMallattoo biraa ta’uun dhibee (tokko)…

Suuratu Aayah 22/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 20–24. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers