Taha · 33/135
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Taha
كَيْ نُسَبِّحَكَ كَثِيرًا ۝٣٣
Kai nusabbihaka kaseeraa
📖 Afaan Oromoon
Akka baay’ee si faarsinuuf

🎧 Caqasi


📜 Aayah 31-35 — Suuratu Taha

31اشْدُدْ بِهِ أَزْرِي
Isaan irree kiyya cimsi
32وَأَشْرِكْهُ فِي أَمْرِي
Dhimma kiyya keessattis isa hirmaachisi
33كَيْ نُسَبِّحَكَ كَثِيرًا
Akka baay’ee si faarsinuuf
34وَنَذْكُرَكَ كَثِيرًا
Akka baay’inaanis si yaadannuuf
35إِنَّكَ كُنتَ بِنَا بَصِيرًا
Dhugumatti, Ati nu argaa taateetta.”
TahaTarreeffama Qur'ana
135Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — Taha 33

Suuratu Taha Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka baay’ee si faarsinuuf

Suuratu Aayah 33/135 — Suuratu Taha طه (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Taha Caqasi, Suuratu Taha Hiikkaa, Suuratu Taha mp3, Suuratu Taha pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers