Al-Hajj · 1/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hajj
يَا أَيُّهَا النَّاسُ اتَّقُوا رَبَّكُمْ ۚ إِنَّ زَلْزَلَةَ السَّاعَةِ شَيْءٌ عَظِيمٌ ۝١
Yaaa ayyuhan naasuttaqoo Rabbakum; inna zalzalatas Saa`ati shai`un `azeem
📖 Afaan Oromoon
Yaa namootaa! Gooftaa keessan sodaadhaaDhugumatti, sochiin Qiyaamaa waan guddaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-3 — Suuratu Al-Hajj

1يَا أَيُّهَا النَّاسُ اتَّقُوا رَبَّكُمْ ۚ إِنَّ زَلْزَلَةَ السَّاعَةِ شَيْءٌ عَظِيمٌ
Yaa namootaa! Gooftaa keessan sodaadhaaDhugumatti, sochiin Qiyaamaa waan guddaadha
2يَوْمَ تَرَوْنَهَا تَذْهَلُ كُلُّ مُرْضِعَةٍ عَمَّا أَرْضَعَتْ وَتَضَعُ كُلُّ ذَاتِ حَمْلٍ حَمْلَهَا وَتَرَى النَّاسَ سُكَارَىٰ وَمَا هُم بِسُكَارَىٰ وَلَٰكِنَّ عَذَابَ اللَّهِ شَدِيدٌ
Guyyaa ishee argitan, dubartiin hoosiftu hundi waan hoosiftu irraa ni dagatti(Dubartiin) ulfa qabdu hundi ulfa ishee garaa darbitiNamootas (sodaa irraa) machaa’aa agartaIsaan waa machaaoo mitiGaruu adabbii Rabbiitu garmalee cimaadha
3وَمِنَ النَّاسِ مَن يُجَادِلُ فِي اللَّهِ بِغَيْرِ عِلْمٍ وَيَتَّبِعُ كُلَّ شَيْطَانٍ مَّرِيدٍ
Namoota irraas nama waaee Rabbii keessatti beekumsa malee falmee, sheyxaana didaa ta’e hunda hordofutu jira
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
1Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 1

Suuratu Al-Hajj Aayah 1 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa namootaa! Gooftaa keessan sodaadhaaDhugumatti, sochiin Qiyaamaa waan guddaadha

Suuratu Aayah 1/78 — Suuratu Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hajj Caqasi, Suuratu Al-Hajj Hiikkaa, Suuratu Al-Hajj mp3, Suuratu Al-Hajj pdf. Aayah 1–3. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers