Al-Hajj · 2/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
يَوْمَ تَرَوْنَهَا تَذْهَلُ كُلُّ مُرْضِعَةٍ عَمَّا أَرْضَعَتْ وَتَضَعُ كُلُّ ذَاتِ حَمْلٍ حَمْلَهَا وَتَرَى النَّاسَ سُكَارَىٰ وَمَا هُم بِسُكَارَىٰ وَلَٰكِنَّ عَذَابَ اللَّهِ شَدِيدٌ ۝٢
Yawma tarawnahaa tazhalu kullu murdi`atin `ammaaa arda`at wa tada`u kullu zaati hamlin hamlahaa wa tarannaasa sukaaraa wa maa hum bisukaaraa wa lakinaa `azaabal laahi shadeed
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa ishee argitan, dubartiin hoosiftu hundi waan hoosiftu irraa ni dagatti(Dubartiin) ulfa qabdu hundi ulfa ishee garaa darbitiNamootas (sodaa irraa) machaa’aa agartaIsaan waa machaaoo mitiGaruu adabbii Rabbiitu garmalee cimaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 1-4 — Al-Hajj

1يَا أَيُّهَا النَّاسُ اتَّقُوا رَبَّكُمْ ۚ إِنَّ زَلْزَلَةَ السَّاعَةِ شَيْءٌ عَظِيمٌ
Yaa namootaa! Gooftaa keessan sodaadhaaDhugumatti, sochiin Qiyaamaa waan guddaadha
2يَوْمَ تَرَوْنَهَا تَذْهَلُ كُلُّ مُرْضِعَةٍ عَمَّا أَرْضَعَتْ وَتَضَعُ كُلُّ ذَاتِ حَمْلٍ حَمْلَهَا وَتَرَى النَّاسَ سُكَارَىٰ وَمَا هُم بِسُكَارَىٰ وَلَٰكِنَّ عَذَابَ اللَّهِ شَدِيدٌ
Guyyaa ishee argitan, dubartiin hoosiftu hundi waan hoosiftu irraa ni dagatti(Dubartiin) ulfa qabdu hundi ulfa ishee garaa darbitiNamootas (sodaa irraa) machaa’aa agartaIsaan waa machaaoo mitiGaruu adabbii Rabbiitu garmalee cimaadha
3وَمِنَ النَّاسِ مَن يُجَادِلُ فِي اللَّهِ بِغَيْرِ عِلْمٍ وَيَتَّبِعُ كُلَّ شَيْطَانٍ مَّرِيدٍ
Namoota irraas nama waaee Rabbii keessatti beekumsa malee falmee, sheyxaana didaa ta’e hunda hordofutu jira
4كُتِبَ عَلَيْهِ أَنَّهُ مَن تَوَلَّاهُ فَأَنَّهُ يُضِلُّهُ وَيَهْدِيهِ إِلَىٰ عَذَابِ السَّعِيرِ
Isa (sheyxaana) irratti ‘inni nama isa jaalallee godhate kamillee ni jallisa; gara ibidda qabsiifamaas isa qajeelcha’ jechuun barreeffamee jira
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
2Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 2

Suuratu Al-Hajj Aayah 2 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa ishee argitan, dubartiin hoosiftu hundi waan hoosiftu irraa ni…

Suuratu Aayah 2/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 1–4. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers