Al-Hajj · 49/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
قُلْ يَا أَيُّهَا النَّاسُ إِنَّمَا أَنَا لَكُمْ نَذِيرٌ مُّبِينٌ ۝٤٩
Qul yaaa ayyuhan naasu innamaaa ana lakum nazeerum mubeen
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) Jedhi: “Yaa namootaa! Ani isiniif sodaachisaa ifa bahaa malee hin taane.”
🎧 Caqasi

📜 Aayah 47-51 — Al-Hajj

47وَيَسْتَعْجِلُونَكَ بِالْعَذَابِ وَلَن يُخْلِفَ اللَّهُ وَعْدَهُ ۚ وَإِنَّ يَوْمًا عِندَ رَبِّكَ كَأَلْفِ سَنَةٍ مِّمَّا تَعُدُّونَ
Adabatti si jarjarfatuRabbiin waadaa Isaa hin diiguDhugumatti, guyyaan tokko Rabbii kee biratti waan isin lakkooftan irraa akka waggaa kumaati
48وَكَأَيِّن مِّن قَرْيَةٍ أَمْلَيْتُ لَهَا وَهِيَ ظَالِمَةٌ ثُمَّ أَخَذْتُهَا وَإِلَيَّ الْمَصِيرُ
Magaalota irraa haala isaan miidhaa hojjatoo ta’anii jiraniin Ani yeroo isheef kennee, ergasii (adabaan) ishee qabee kan deebiin ishee gara kiyyatti ta’uuf taa’u meeqaatama
49قُلْ يَا أَيُّهَا النَّاسُ إِنَّمَا أَنَا لَكُمْ نَذِيرٌ مُّبِينٌ
(Yaa Muhammad!) Jedhi: “Yaa namootaa! Ani isiniif sodaachisaa ifa bahaa malee hin taane.”
50فَالَّذِينَ آمَنُوا وَعَمِلُوا الصَّالِحَاتِ لَهُم مَّغْفِرَةٌ وَرِزْقٌ كَرِيمٌ
Isaan amananii, gaggaarii hojjatan, isaaniif araaramaafi kennaa gaariitu jira
51وَالَّذِينَ سَعَوْا فِي آيَاتِنَا مُعَاجِزِينَ أُولَٰئِكَ أَصْحَابُ الْجَحِيمِ
Isaan Nu dadhabsiisuun miliquu yaadanii aayatoota keenya balleessuuf deeman, isaan sun warra jahannami
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 49

Suuratu Al-Hajj Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) Jedhi: “Yaa namootaa! Ani isiniif sodaachisaa ifa bahaa…

Suuratu Aayah 49/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers