Al-Mu'minun · 104/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
تَلْفَحُ وُجُوهَهُمُ النَّارُ وَهُمْ فِيهَا كَالِحُونَ ۝١٠٤
Talfahu wujoohahumun Naaru wa hum feehaa kaalihood
📖 Afaan Oromoon
Ibiddi fuula isaanii ni gubdiIsaanis achi keessatti fuulaa fokkatoota

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 102-106 — Suuratu Al-Mu'minun

102فَمَن ثَقُلَتْ مَوَازِينُهُ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْمُفْلِحُونَ
Namni madaalli (hojii gaarii) isaa ulfaatte, isaan sun warra milkaa’oodha
103وَمَنْ خَفَّتْ مَوَازِينُهُ فَأُولَٰئِكَ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ فِي جَهَنَّمَ خَالِدُونَ
Namni madaalli (hojii gaarii) isaa salphattes, isaan sun warra lubbuu isaanii hoongessanJahannam keessas yeroo hunda jiraatu
104تَلْفَحُ وُجُوهَهُمُ النَّارُ وَهُمْ فِيهَا كَالِحُونَ
Ibiddi fuula isaanii ni gubdiIsaanis achi keessatti fuulaa fokkatoota
105أَلَمْ تَكُنْ آيَاتِي تُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ فَكُنتُم بِهَا تُكَذِّبُونَ
Sila keeyyattoonni kiyya isin irratti dubbifamaa turtee, isinis isaan sobsiisaa hin turree
106قَالُوا رَبَّنَا غَلَبَتْ عَلَيْنَا شِقْوَتُنَا وَكُنَّا قَوْمًا ضَالِّينَ
Isaanis ni jedhan: “(Yaa) Gooftaa keenya! Gogiinsa keenyatu nu injifate; nus ummata jallatoo taane
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
104Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 104

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 104 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ibiddi fuula isaanii ni gubdiIsaanis achi keessatti fuulaa fokkatoota

Suuratu Aayah 104/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 102–106. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers