Al-Mu'minun · 105/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mu'minun
أَلَمْ تَكُنْ آيَاتِي تُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ فَكُنتُم بِهَا تُكَذِّبُونَ ۝١٠٥
Alam takun Aayaatee tutlaa `alaikum fakuntum bihaa tukazziboon
📖 Afaan Oromoon
Sila keeyyattoonni kiyya isin irratti dubbifamaa turtee, isinis isaan sobsiisaa hin turree

🎧 Caqasi


📜 Aayah 103-107 — Suuratu Al-Mu'minun

103وَمَنْ خَفَّتْ مَوَازِينُهُ فَأُولَٰئِكَ الَّذِينَ خَسِرُوا أَنفُسَهُمْ فِي جَهَنَّمَ خَالِدُونَ
Namni madaalli (hojii gaarii) isaa salphattes, isaan sun warra lubbuu isaanii hoongessanJahannam keessas yeroo hunda jiraatu
104تَلْفَحُ وُجُوهَهُمُ النَّارُ وَهُمْ فِيهَا كَالِحُونَ
Ibiddi fuula isaanii ni gubdiIsaanis achi keessatti fuulaa fokkatoota
105أَلَمْ تَكُنْ آيَاتِي تُتْلَىٰ عَلَيْكُمْ فَكُنتُم بِهَا تُكَذِّبُونَ
Sila keeyyattoonni kiyya isin irratti dubbifamaa turtee, isinis isaan sobsiisaa hin turree
106قَالُوا رَبَّنَا غَلَبَتْ عَلَيْنَا شِقْوَتُنَا وَكُنَّا قَوْمًا ضَالِّينَ
Isaanis ni jedhan: “(Yaa) Gooftaa keenya! Gogiinsa keenyatu nu injifate; nus ummata jallatoo taane
107رَبَّنَا أَخْرِجْنَا مِنْهَا فَإِنْ عُدْنَا فَإِنَّا ظَالِمُونَ
Gooftaa keenya! Ishee irraa nu baasiErgasii yoo itti deebine, dhugumatti nutu miidhaa hojjattoota.”
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
105Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 105

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 105 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila keeyyattoonni kiyya isin irratti dubbifamaa turtee, isinis isaan sobsiisaa…

Suuratu Aayah 105/118 — Suuratu Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mu'minun Caqasi, Suuratu Al-Mu'minun Hiikkaa, Suuratu Al-Mu'minun mp3, Suuratu Al-Mu'minun pdf. Aayah 103–107. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers