Al-Mu'minun · 75/118
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mu'minun
۞ وَلَوْ رَحِمْنَاهُمْ وَكَشَفْنَا مَا بِهِم مِّن ضُرٍّ لَّلَجُّوا فِي طُغْيَانِهِمْ يَعْمَهُونَ ۝٧٥
Wa law rahimnaahum wa kashafnaa maa bihim min durril lalajjoo fee tughyaanihim ya`mahoon
📖 Afaan Oromoon
Odoma rahmata isaaniif goonee, rakkoo isaan irra jirus irraa kaafnee, dhugumatti isaan dhamaanii jallina isaanii keessa jiraatu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 73-77 — Al-Mu'minun

73وَإِنَّكَ لَتَدْعُوهُمْ إِلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Dhugumatti, ati gara karaa qajeelaatti isaan waamta
74وَإِنَّ الَّذِينَ لَا يُؤْمِنُونَ بِالْآخِرَةِ عَنِ الصِّرَاطِ لَنَاكِبُونَ
Dhugumatti Isaan Aakhiraatti hin amanne karaa (qajeelaa) irraa akkaan jallatoodha
75۞ وَلَوْ رَحِمْنَاهُمْ وَكَشَفْنَا مَا بِهِم مِّن ضُرٍّ لَّلَجُّوا فِي طُغْيَانِهِمْ يَعْمَهُونَ
Odoma rahmata isaaniif goonee, rakkoo isaan irra jirus irraa kaafnee, dhugumatti isaan dhamaanii jallina isaanii keessa jiraatu
76وَلَقَدْ أَخَذْنَاهُم بِالْعَذَابِ فَمَا اسْتَكَانُوا لِرَبِّهِمْ وَمَا يَتَضَرَّعُونَ
Dhugumatti, Nuti adabaan isaan qabnee jirraIsaan Gooftaa isaaniitiif gadi of hin qabne; Isattis hin watwaanne
77حَتَّىٰ إِذَا فَتَحْنَا عَلَيْهِم بَابًا ذَا عَذَابٍ شَدِيدٍ إِذَا هُمْ فِيهِ مُبْلِسُونَ
Yeroo balbala adabbii cimaa qabu isaan irratti banne, yeroma san isaan abdii muratoodha
Al-Mu'minunTarreeffama Qur'ana
118Aayah
MeccanRevelation
75Aayah

Hiikkaa — Al-Mu'minun 75

Suuratu Al-Mu'minun Aayah 75 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoma rahmata isaaniif goonee, rakkoo isaan irra jirus irraa kaafnee,…

Suuratu Aayah 75/118 — Al-Mu'minun المؤمنون (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mu'minun Caqasi, Al-Mu'minun Hiikkaa, Al-Mu'minun mp3, Al-Mu'minun pdf. Aayah 73–77. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers