Ash-Shu'ara · 194/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
عَلَىٰ قَلْبِكَ لِتَكُونَ مِنَ الْمُنذِرِينَ ۝١٩٤
Alaa qalbika litakoona minal munzireen
📖 Afaan Oromoon
Akka ati akeekkachiiftota irraa taatuuf jecha onnee kee irratti [buuse]

🎧 Caqasi


📜 Aayah 192-196 — Ash-Shu'ara

192وَإِنَّهُ لَتَنزِيلُ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, inni (Qur’aanni) buufamaa Gooftaa aalama hundaati
193نَزَلَ بِهِ الرُّوحُ الْأَمِينُ
Ruuhii amanamaa ta’e (Jibriiltu) isaan bu’e
194عَلَىٰ قَلْبِكَ لِتَكُونَ مِنَ الْمُنذِرِينَ
Akka ati akeekkachiiftota irraa taatuuf jecha onnee kee irratti [buuse]
195بِلِسَانٍ عَرَبِيٍّ مُّبِينٍ
Qooqa Arabiffaa ifaa ta’een
196وَإِنَّهُ لَفِي زُبُرِ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, inni (waa’een Qur’aanaa) kitaabota durii keessa jira
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
194Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 194

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 194 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka ati akeekkachiiftota irraa taatuuf jecha onnee kee irratti [buuse]

Suuratu Aayah 194/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 192–196. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers