Ash-Shu'ara · 195/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
بِلِسَانٍ عَرَبِيٍّ مُّبِينٍ ۝١٩٥
Bilisaanin `Arabiyyim mubeen
📖 Afaan Oromoon
Qooqa Arabiffaa ifaa ta’een
🎧 Caqasi

📜 Aayah 193-197 — Ash-Shu'ara

193نَزَلَ بِهِ الرُّوحُ الْأَمِينُ
Ruuhii amanamaa ta’e (Jibriiltu) isaan bu’e
194عَلَىٰ قَلْبِكَ لِتَكُونَ مِنَ الْمُنذِرِينَ
Akka ati akeekkachiiftota irraa taatuuf jecha onnee kee irratti [buuse]
195بِلِسَانٍ عَرَبِيٍّ مُّبِينٍ
Qooqa Arabiffaa ifaa ta’een
196وَإِنَّهُ لَفِي زُبُرِ الْأَوَّلِينَ
Dhugumatti, inni (waa’een Qur’aanaa) kitaabota durii keessa jira
197أَوَلَمْ يَكُن لَّهُمْ آيَةً أَن يَعْلَمَهُ عُلَمَاءُ بَنِي إِسْرَائِيلَ
Sila beektonni Ilmaan Israa’iil isa beekuun mallattoo isaaniif (warra Makkaatiif) hin ta’uu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
195Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 195

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 195 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qooqa Arabiffaa ifaa ta’een

Suuratu Aayah 195/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 193–197. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers