Ash-Shu'ara · 193/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
نَزَلَ بِهِ الرُّوحُ الْأَمِينُ ۝١٩٣
Nazala bihir Roohul Ameen
📖 Afaan Oromoon
Ruuhii amanamaa ta’e (Jibriiltu) isaan bu’e

🎧 Caqasi


📜 Aayah 191-195 — Suuratu Ash-Shu'ara

191وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
192وَإِنَّهُ لَتَنزِيلُ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Dhugumatti, inni (Qur’aanni) buufamaa Gooftaa aalama hundaati
193نَزَلَ بِهِ الرُّوحُ الْأَمِينُ
Ruuhii amanamaa ta’e (Jibriiltu) isaan bu’e
194عَلَىٰ قَلْبِكَ لِتَكُونَ مِنَ الْمُنذِرِينَ
Akka ati akeekkachiiftota irraa taatuuf jecha onnee kee irratti [buuse]
195بِلِسَانٍ عَرَبِيٍّ مُّبِينٍ
Qooqa Arabiffaa ifaa ta’een
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
193Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 193

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 193 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ruuhii amanamaa ta’e (Jibriiltu) isaan bu’e

Suuratu Aayah 193/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 191–195. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers